Madda Ispoortii™


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Карьера


Chaanaalii kana keessatti :-
☞︎| Odeeffannoowwan Isportii

☞| Odeeffannoo jijjirraa Kilaboota
☞| Gabaasota addaa adda waa'ee isportii

☞| Taphoota Kallattiin
Yaadaf @Beki_ggmu

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Карьера
Статистика
Фильтр публикаций


Ji'a Guraandhalaa keessa taphataa sarara fuulduraa tokkollee kan hin mallatteessine Arsenaal yeroo ammaa taphattoota duulaa miidhaan irraa bilisa ta'an 4 qofa qaba.

Trossard, Havertz, Sterling fi Nwaneri tapha irraa kan hafe yoo ta'u, kanneen hafan hundi miidhamaniiru.



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1




✅Arsenaal yeroo hedduu geebaf dhiyaatus bara 1993 booda Karaba'oo injifachuu hin dandeenye.

❌ 1995-96 walakkaa xumuraa
❌ 1997-98 walakkaa xumuraa
❌ 2003-04 walakkaa xumuraa
❌ 2005-06 walakkaa xumuraa
❌ 2006-07 xumura
❌ 2007-08 walakkaa xumuraa
❌ 2010-11 xumura
❌ 2017-18 xumura
❌ 2021-22 walakkaa xumuraa
❌ 2024-25 walakkaa xumuraa

Degartoonnii Arsenal maal jettuu ❓


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Paatrik Sheek kaleessa tapha Baayer Leeverkusen Koln irratti injifate keessatti gahee olaanaa taphachuun taphataa cimaa taphichaa ta'uun badhaafameera.

Shaikh garee kanaaf 61 fi 90+6 galchuun tapha tokkotti 9.1n sadarkaa argateera.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


✅✅Tapha walakkaa xumuraa waancaa karabo kaapii marsaa lammaffaa hara'a tabatamu.

❤️Liverpool vs spurs🤍
⏰5:00

Age (0:1)
🏟️Anfild road


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Tapha deebii walakkaa xumuraa Kaarabaawoo kaappii.

              ⏰FT'
Niwukaastiil (2)2-0(0) Arsenaal


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


✅Tapha walakkaa xumuraa waancaa karabo kaapii marsaa lammaffaa 👇


🕖Xumurame'

  Niwukaastil (2) 2-0 (0)Arsenaal
⚽Murfii 19'
⚽Gordan 52'
QABXII WALII GALAA
Niwkastil 4-0 Arsenaal


Newcastle dhibaa uumaa jiru


Niwukaastil (3) 1-0 (0)Arsenaal


Taphanii jalqabee jira


Mucaan Liyooneel Meesii fanaa abbaa isaa hordofaa jira fakkaata. tapha har'a gaareen Meesii taphatuuf Inter miamin gaaree achuma Ameerikaa kessatti argamu Atlanta United fc jedhamu waaliin godhaniin goolii 11 galchuu danda'ee jira


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Tiyaagoo meesiin gaaree umurii 14 gadii Inter miyaamiif

Tapha 5
Goolii 24
Kan mijeesse 12

Mucaa kanaaf react godhaafi dhugaa


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Happy birthday Day 🎂🎂
CR 7

React


Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.


Wow Baga gammadaan NIGD BANKIN group isaani irratii add gochuun badhaasa lachaa jiru ammaa irraa kaasuun dafaa deema group sanii irratii add godhaa badhaafamaa


🗣Deeviid Orneestayiin

Saatii dhumaa irratti Arsenaal Oolii Waatkiinsiin Miilyoona £60 kaffalanii fudhachuu akka danda'aan Astoon Viilaan isaan beeksisanii turan. Garu Arsenaal Miiliyoona £40 kaffalanii mucicha fudhachuu barbaadan. Kanaaf waliigalteerra osoo hin ga'in hafan.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Har'a guyyaa dhaloota taphattoota kubbaa miilaa 3 kanaati.

Kiristiyaanoo Roonaaldoo - 40
Neeymaar Juuniyeerii - 33
Kaarlos Teeveez - 41

HBD 🎂🎂🎂


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphoota har'aa taphatamu Waancaa Fa Ingilaandi tapha debbii

05:00tti | Niwukaastil Arsenaal waaliin
2 - 0


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🚨🔴⚪️ Tyrell Malacia Man United to PSV Eindhoven,


here we go!


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


⚽️⚽️
⚽️
⚽️⚽️
⚽️⚽️
⚽️
⚽️

⚽️⚽️
⚽️
⚽️
⚽️⚽️

Kiristiyaanoo Roonaaldoo taphoota 11 darban keessa tapha tokko qofa irratti oso gooli hin galchiin bahe osoo goolii hin galchin Bahe ! Taphoota 11 galchiiwwan 15 ☑️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1

Показано 20 последних публикаций.