Shamarraniif,🤍✨🫶
1.Bareedina barbaacha 'Makeup' hin fayyadaminaa!💄🫠
2.Hojjaa barbaacha kophee ol ka’aa hin kaawwatinaa! Like this 👉👠
3. Dhiira barbaacha ❝ Biq biq ❞ hin jedhinaa!🙂
4.Yeroo isaatti hin argattuu hin jarjarinaa!🤗👏
5.Ariifattanii hin murteessinaa!😎
6.Nama garaa guutuun jaalladhaa!
Garuu, hin amaninaa!🤗✨
7.Dhiira shan, ja’a walirratti hin jaallatinaa!
Tokko ga’aadha.❤️🙂
8.Miidhaginni kee amala kee caala taanaan, Amalli kee 0’n baayyifama.🫤
9.Fayyaaf nama caalaa qarshii hin jaallatinaa!
❝ ዋናው ጤና ገንዘብ ጤዛ።❞
10.Waan isin miidhee, nama biraa fayyadu hin hojjetinaa!🤗
@Miira_jaalalaa ❤️