🌷 Dubartii si Jaalatte Mallattoolee Isheen Argisiiftu:
‼️ Waa'ee kee baay'ee yaaddofti.
‼️ Miira hinaaffatu irraa calaqqisa.
‼️ Jireenya dhuunfaa kee keessa galuu barbaaddi.
‼️ Yeroo ishii siif laatti.
‼️ Sirraa fagaachuu ni jibbiti.
‼️ Hariiroo keessan guddisaa deemti.
‼️ Si hoogganuu barbaaddi.
‼️ Waa'ee kee odeessiti.
‼️ Si kofalchiisuf ni dhamaati.
‼️ Waa'ee kee ni yayyaadatti.
‼️ Si ajaa'ibsiisuf ni yaalti.
‼️ Injifannoo kee ni kabajji.
‼️ Maatii ishiitin wal si barsiisti.
@Miira_jaalalaa ❤️
‼️ Waa'ee kee baay'ee yaaddofti.
‼️ Miira hinaaffatu irraa calaqqisa.
‼️ Jireenya dhuunfaa kee keessa galuu barbaaddi.
‼️ Yeroo ishii siif laatti.
‼️ Sirraa fagaachuu ni jibbiti.
‼️ Hariiroo keessan guddisaa deemti.
‼️ Si hoogganuu barbaaddi.
‼️ Waa'ee kee odeessiti.
‼️ Si kofalchiisuf ni dhamaati.
‼️ Waa'ee kee ni yayyaadatti.
‼️ Si ajaa'ibsiisuf ni yaalti.
‼️ Injifannoo kee ni kabajji.
‼️ Maatii ishiitin wal si barsiisti.
@Miira_jaalalaa ❤️