Deeggartoonni Yunaayitid mormii dhageessisan!
➺ Deeggartoonni Maanchistar Yunaayitid tapha har'aa Arsenaal waliin taasisan osoo hin jalqabin naannoo Ooldiraafoorditti mormii dhageessisan. Dhaadannoo mormii deeggartoota Yunaayitid kan ta'e banner "Glazers Out" jedhamus kuffifameera.
➺ Tapha har'aa dura deeggartoonni Maanchistar Yunaayitid dhibbaan lakkaa'aman Ooldiraafoordii ala fi keessaa mormii dhageessisaa turan.
Maddi BBC SPORT
SHARE @ODUU_ISPORTI