🚨 Neeymaar Juuneer kaleessa galgala kilaba isaa Saantoos’f waan hin argamneef miira gaarii irra hin turre.
“Torbeewwan darban keessa dhukkubbiin tokko tokko natti dhaga’amee ture... Ani gama kootiin Garee kana gargaaruu baay’een barbaada, kana jidduuttidha ganama qorannoo goonee ammas dhukkubbiin biraa natti dhaga’ame”, jedha Neeymaar 😞🇧🇷
SHARE' (@ODUU_ISPORTI