"Waraanni yemmuu jalqabu: abbootiin siyaasaa rasaasa gumaachu, dureessonni nyaata gumaachu, hiyeessonni ammoo ijoollee isaanii gumaachu. Waraanichi yemmuu xumuramu:a!Abbootiin siyaasaa rasaasa waraanarraa hafe walitti qabatu, qabeenyi dureessotaa inni waraanarraa hafes guddachuu eegala, hiyyeessonni ammoo reeffa ijoollee isaanii naannoo awwaalaa barbaadu."
#Sarbiyaanotaa
#Sarbiyaanotaa