Gama amantiin religious culture maqaa sagaliin Waaqa sagal qabna. Garuu, Anis atis akka walootti Seexana tokko qabna.
Gama aadaa Siyaasaatiinis (politicalbculture) maqaa sagaliin party sagal qabna. Garuu, Anis atis akka walootti seexana tokkuma qabna.Anis atis Waaqa tokko amanna, diina tokko immoo himanna.
Garaa garummaan keenya gaafa Seexana waliin imaltee fi gaafa diina waliin natti maltee dha.