ORO LIVERPOOL


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Спорт


💫 W E L C O M E 💫
 
Kun Channel guddicha Oro Liverpool dha channel kana irraatti
💢Oduu Ho'aa Waa'ee liivarpuul
💢Jijjiirraa
💢 Tamsaasa kallattii
💢Seenaa taphattoota fi k.k.f
Promotion 👉 @ibsapro
Founded •
Oro Liverpool 2024

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Спорт
Статистика
Фильтр публикаций


Mohammed Saalaan bara kana hamma gareen Ipswiich Taawun qabxii guutuu walitti qabateen walqixa galcheera 🥶

Saalaa 23
Ipswiich 23

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Tapha Varjil Vaandayik lakkoofsaan Wolves waliin taasise: 🤝

100% aerial duels won (4/4)
87 touches
65/71 passes completed (91.5%)
10 clearances
8 final third entries
3 interceptions
3 accurate long balls
1 chance created
1 block
1 yellow card
0x dribbled past

A rock at the back. 🪨

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


📊 | Gabatee Sadarkaa Piriimeer Liigii Ingilaandi Top 6

Qabxii qulqulluu +7n irraa fagannee jirra....

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


📊 | Tarree taphattoota seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti istaadiyeemii tokko keessatti goolii hedduu galchanii!

▪️116 - Teerii Heenrii (Highbury) .
▪️106 - Sarjiyoo Aguweeroo (Itihaad)
▪️101 - Moo Saalaa (Anfield)
▪️101 - Wayine Rooniiy (Old Trafford)

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


📊 | Istaatistiksii tapha guutuu !

[
Squawka ]

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Salphina jalaa nu oolche

Kuwaansaa 🔥❤️❤️❤️

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Mo Saalaan Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti

⚽️|| Goolii 23 galcheera
🅰|| Kubbaan 14 mijeessee kenneera

🇪🇬👑

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


WARRIOR 👏🔥

Dhugaa mucaa kana maaliin akkan ibsu hin qabu

Endoo 🔥🔥🔥🔥

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Tapha Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 25ffaa!

⏰Xumurameera

Liivarpuul 2-1 Wolviis
⚽️#Diyaz 15'
⚽️#Salah 37' (P)

🏟 | Anfiild Rood

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12


Xumurameera


Ijoollee urjii lama arganne

Biraadliiy
Endoo 🔥🔥❤️❤️❤️❤️


ENDOOOOOOO 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥


Daqiiqaa 1tu hafa


Boqonnaa 2ffaa yaalii goolii hin jiru gama keenyaan


Daqiiqaa 2tu hafa


Biraadliiy dhugaa nama addaati 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏


BIRAAAAAAAAAAAAAAAADLIIIIIIIY


Koornaa


Amma xiqqoof jalaa bahe


OOOOOOOOOOOO OOOOOOOO

Показано 20 последних публикаций.