#Balaa_Miidiyaa_Hawaasaa
Namoonni akka tasaa miidiyaan hawaasaa isaan mul'ise:
✍️Akka daa'ima osoo harma hin gu'in gabaa ba'eeti.
✍️Akka nama dadhabbii hojii utuu hin argin duroomeeti.
Waan toorarraa maqe jechuudha.
Wanti yeroo isaa utuu hin eeggatin ta'u balaa malee fayiidaa hin qabu.
🫶Maqaan isaanii guddaa dha.
🫶Beekumsi isaanii yartuu dha.
Akka itti to'atan Wallaaluu irraa kan ka'e ofiis badanii dhaloota balleessu.
Yeroo ammaa bosona miidiyaa hawaasaa kana keessatti manchaatii akkasiitu mul'ata.
#Bu'aan_argame:
👉Dhaloota #duudhaa gane
👉Dhaloota #ground_rule hin qabne
👉Dhaloota #Stratage hin qabne
👉Dhaloota #ethics irraa bilisaa
👉Dhaloota #Naamusa maleessa.....dha
Dhaloonni kun qalbiitti deebi'uu baannaan miidhamaan dhalootichuma ta'a.