#QOOSAA
Namtichatu fincaan qabeetu, iddoo fincaan itti fincaa'an barbaadee fincaa'uf dhaqe. Iddoo sanatti qarshii tokko kanfalaniitu fincaa'u ture.
Namtichis erga fincaa'e raawwaten booda nama iddoo sana eegutti qarshicha kenne. Namtichi iddoo sana eegaa tures, qarshii sana irraa fuudhee yoo ilaalu, kan itti kenname qarshii tokkoo fi saantimakudhan ture.
Waan namtichi hojjete bitaa itti galeetu, deebisee akkas jedheen: "kafaltiin qarshii tokko qofadhaam, inni kun immoo maaliree?" jennaan, namtichis akkas jedhee deebiseef "yeroon fincaan fincaa'u sana dhufu na harkaa baate" hin jedhu seetanii Hhhhhhhhh SHEER SHEER
😂😂😂😂🤣😂😅😁
@kottaakolfaa