Kottaa Kolfaa


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Цитаты


Kottaa kolfaa, bashannanaa, taphadhaa, gammadaa bohaaraa nu waliin taanaan dubbiilee bohaarsoo fi bashannansiisoo yeroodhaan ni argattu!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Цитаты
Статистика
Фильтр публикаций


Kunoo akkuma amma argitan ammas doolaara 3 baaseen ka,e qarshii keenyatti gara qarshii 400 dha

Sinis itti fayyadamaa hundumtuu hojjechaa jira

Akkuma keessa seentaniin join isa jedhutti buutu sana booda erga channel isaanii join gootanii booda verify osa jedhutti bu,uun hojjechuu dandeessu

👇👉https://t.me/kittyverse_ai_bot/play?startapp=u7399048344


Gaaffii wanta isinitti ta,e comment irratti na gaafadhaa


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Mee hadhaa keef altokko Kan kenii♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc

Mee namnii hadhaa Kee jallatuu♥️♥️♥️


Onneen dhiirota blutooth dha.Onneen shamarranii garuu Wi-Fi dha kanaaf yeroo tokkotti nama heddu keessumeessa. 😭😭


Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Irraa qabanessee ilaala mee Kan
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
🤣🤣🤣🙃🤣

React 🤣🤣
Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


👍👍👍👍👍👍👍👍

🥶Faranjii fi Ethiopia be like

Yeroo qoosaan haaraan chaanaalii irratti gadi lakkifamu
.
😱Faranjii:- Wow! kun #like argachuun isaaf mala jedhee 👍👍
.
🙃 Ethiopia:- Arrr Laash (yoo #Like godheef qarshii ittiin argachuuf deema) 😏😏

React 🤝

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🥶🥶🥶🥶
Uttuu hin ilaalin hin darbinaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


🥰 Hordoftoonni amantaa kiristiyaana marti baga ayyaana yaadannoo dhalachuu gooftaa keenya yesuus kiristoosiin nagaan geessan!!


✅ Ayyaana gaarii!! ✅
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️


Ameerikaa deemtee akkuma xiyyaara irraa buuteen ummata
Hiriira nagaa bahe irratti dhukaasa baname yoo argitu.....

Biyyatti bilbiltee.......

Hello hello.... Xiyyaarichi osoo hin beekne wallaggatti na buuse natti fakkaate uuuuuuuuuuuu😂😂😂😂


Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


🤣🤣🤣🤣🤣
Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Namni physics fi maths 'n akkakoo itti salphatuu mee

React 🙌🤣🤣😂😂🤣🤣

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Haadha warra kee waliin gabaa deemte gaafa qaaraa nan bita siin jettu
.
.
.
.
.
.
Maalif waa lama gubadhaa inni si fuudheyyu qaaraa caala na gubaa jiraa😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤭

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Itti booharaa mee
Kan video Kun isiin kolfisisee mee🤣🤣🤣

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Ummata Ethiopia gamachiisuuf
.
.
.
.
.
.
.
ibsaa balleesani kahani deebisun gahaadha😂🤣

Mee kolfaa kaa 🤣🤣 50 jalchaa mee Kan 🤣

Share @qoosaa_Fc
Share @qoosaa_Fc


Obsi maal akka ta'e beekuu yoo feete...

Namoota data 2G fayyadaman gaafadhu
🥶🥶😂😂


Share @kottaakolfaa
Share @kottaakolfaa


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Kolfaaf 😂

@kottaakolfaa 😁
@kottaakolfaa


Intrance dhaaf qabxiin qaama midhamtootaa hin hir'ata jedhamnaan....


Fatheriinis miillaa irraa kuteen erga jechaa jira 😭😁😂🫣

@kottaakolfaa
@kottaakolfaa


1. Mobaayilii qabdaa?
2. Facebook qabdaa?
4. Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5. Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee🫵🏽
7. Deebitee check goote/ilaalte.😀
8. Ammas Gowwomteetta Lakk 6 hin jiruu.🙈
9. Ofitti kofaltee🤦🏾‍♂️😆
10. Lakk 1 akka hin jirre in yaadannee🙄
11. Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte. 😂
12. Ammas Gowwomteetta ati nagaa miti jechuudha. Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.🤦🏾‍♂️😂

Hayyee hayyee jedhan abbootiin gadaa😀




Join ➕@KottaaKolfaa


Manneen hidhaa Nezerlaand sababa hanqina hidhamtootaatiin gara hoteelaatti jijjiiramaa jiru.😂😳🤣

@kottaakolfaa 😁
@kottaakolfaa


👍 "Dhiirri qal'aan lafatti malee" onnee keenya keessatti furdaadha" jette intalli wayii 🙈

@Kottaakolfaa 😁
@kottaakolfaa

Показано 20 последних публикаций.