School Tech®


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Telegram


#tiippiwwan_weebsaayiti fi graphics design
#tiippiwwan_Kompitera fi mobaayila
#odeeffanno_technology_haaraa
#hojiile Online
@free_ICT_group
@jabagfx
owner @samilearn

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Telegram
Статистика
Фильтр публикаций


🚨 🚨 "Wanti kun hin danda’amu baay’ee ulfaataadha” jettee beektaa? Tooftaalee 10 Yaada gara Gochaatti jijjiiruuf si gargaaran,... See More

👉 See More
     See More


Репост из: TIKVAH-AFAAN OROMOO
Qabxiin barattoota sagantaa sirreefama (Remediyaalii) ifoome.


Qabxiin barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama dhaabbilee gara garaatti hordofaa turan ifoomee jira.

Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadiitiin ilaaluu danda’u.

https://result.ethernet.edu.et/

@tikvahethafaanoromoo


Репост из: Rocky Rabbit Channel
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🐰 Final step to secure your $RBTC Airdrop!
We need to distinguish real from Sybil users. Complete the necessary eligibility tasks quickly—there will be no room for complaints later.

🆓 You won’t need to worry about network fees when receiving the airdrop. The network fee will be covered by us, and tokens will be distributed based on priority and eligibility timing

Timeline:
Sep 20: End of eligibility tasks deadline.
🔒Sep 21: Record all qualified users.
🎁Sep 22: Distribution of $RBTC airdrop tokens.
📷Sep 23: $RBTC will be listed on major CEXs.
👛Sep 23: RabBitcoin withdrawals will open.
🙂Sep 24: Release a new season of P2E.

🚨 Note: Everyone will be included in the airdrop except for cheaters.


🌻🌻🌻🌻🌻 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
🌻2017🌻መልካም🌻አዲስ አመት🌻

            🌻🌻🌻
     መልካም🌻አዲስዓ መት
  መልካም🌻     አ🌻ዲ🌻ስ
መልካም 🌻        ዓ🌻መ🌻ት
ለወዳጄ 🌻          ዓ🌻መ🌻ት
🌻🌻🌻🌻        አ🌻ዲ🌻ስ
                         ዓ🌻መ🌻ት
                       አ🌻ዲ🌻ስ
                     አ🌻ዲ🌻ስ
                   ዓ🌻መ🌻ት
                 አ🌻ዲ🌻ስ
            ዓ🌻መ🌻ት
        አ🌻ዲ🌻ስ
      ዓ🌻መ🌻ት
   አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት               🌻🌻🌻🌻
🌻መ🌻ል 🌻ካ🌻ም🌻🌻🌻🌻
🌻አ🌻ዲ🌻ስ🌻ዓ🌻መ🌻ት 🌻

            🌻   🌻   🌻
      🌻መል🌻🌻🌻ካም🌻
  አ🌻ዲ🌻ስ          ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ            ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ              ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ              ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ              ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ              ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ              ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ            ዓ🌻መ🌻ት
  አ🌻ዲ🌻ስ          ዓ🌻መ🌻ት
       🌻መ🌻ል🌻ካ🌻ም🌻
             🌻  🌻  🌻

                    
                🌻🌻አዲስ
           🌻🌻🌻አመት
        🌻🌻መ🌻ልካም
   🌻🌻አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
            አዲስ🌻ዓመት
  🌻መልካም  🌻 አዲስዓመት
  🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
   አዲስዓመት🌻ለወዳጄ🌻🌻
  🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

🌺 ይ🌻ህ🌻🌻አ🌻መ🌻ት🌻🌼
የ🌻ሰ🌻ላ🌻ም🌻🌻አመት🌻🌷
የ🌻ፍ🌻ቅ🌻ር 🌻🌻አመት🌻🌷
                               የ🌻ሞገስ 🌻          
                             የ🌻ክብር  🌻        
                            የ🌻ሹመት🌻
                           የ🌻ታላቅነት🌻        
                            🌻ዓመት 🌼
              🌻🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌷🌹🥀
              🌻ይ🥀ሁ🌹ን🌷ላ🌼ች🌹ሁ 🌾  
               🌻🥀 🌼    🥀🌹🌺   🌷         
                        🌻የበረከት 🌻
                       🌻የሹመት 🌻
                      🌻የምርቃት 🌻
                     🌻የመግዛት 🌻
                    🌻የከፍታ 🌷🌻
                    🌻ዓመት 🌷🌻
                    🌻 ይሁን 🌻🌻
                   🌻🌻🌻🌻🌻
                   🌻🌻🌼🌼🌼

🇪🇹ሀገራችን ሰላም የምትሆንበት 🙏 🕊🌻🌻
🌻🌻🌻  ያሰብነው የሚሳካበት          🌻🌻
🌻🌻🌻                                         🌻🌻
🌻የካሳ🌻የሰላም🌻የጤና🌻የበረከት🌻🌻
🌻🌹⁣🌾ዓመት 💐🌷ይሁንልን።🌻🕊🌻🌻



🌻schooltech🌻


#kutaa_12ffaa

Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:

📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama.

📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.

📌 Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe

📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti ni hojjetama.

📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.

📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera.

📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.

📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.


Bu'aan Qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa Wiixata gallakkifama jechuunis Qaamme 4 2016 irraa eegale laallachuun nii danda'ama


Cats premarket gate.io irratti lakkiseera

akka qalditti hin ilaalina hojjedha


Jalqabuuf
t.me/catsgang_bot/join?startapp=vDDGhJANekLpEH4deUxfJ

School tech


Репост из: X Empire Community
Save the date — September 30th

Frens, we’re excited to announce the final date for the mining phase: September 30th.

That means we have less than a month before our project enters the next phase.

September 30th is your last chance to level up your character, invite friends, and earn coins.

After that, the gameplay will pause as we move on to token distribution, and the X Empire app will introduce a new product that’s here to stay, evolving and growing alongside all of us.

For those already with us, it’s a great opportunity to push further and climb the rankings.

For newcomers, it’s the perfect time to get a quick drop and join a community that has much more in store after the listing.

As I’ve said before, the best is yet to come. This September, we’ll be rolling out massive releases and introducing groundbreaking features to the Telegram Mini Apps market.

Let’s go, frens!

Alex.


Lakkoofsa isiniif bilbilame hin beektan yoo ta’ee bot 🤖 kanan enyuumma nama sana adda baasu ni dandeessu

@Truecaller_z_bot

@schooltech1


#Rocky_Rabbit Listing Date Sept 23rd

Kan hin jalqabin amma jalqaba


Guys #airdrop hunda #scamidha jettani hin yaadina osoo shakkitani carran hedduu isiin jala baha jira osoo jalqabdani jiraattani wanti isiniitti hir’aatu hin jiru ture #projectiwwan kana gadii jiran kun project ijoodha yeroon itti list ta’ani #qarshi argamsiisanis kan beekamedha yoo xiqqate seenati taskiwwan achii jala jiran hojjedha warri account bayyee qabdanis hanga dandeessan hojjedha.

1.hamster_September 26
2.lost dog
3.memefi—September 16
4.Cats
5.CEO
6.Blum
7.Wcoin
8.yescoin
9.major
10.tomarket

@schooltech1


Major bot ላይ ያሉ ስታሮች አሁናዊ ዋጋቸው
50 Star = 117.99 ETB

Major በገፃቸው ላይ በዚህ ሳምንት አስደሳች ነገር ከእኛ ጠብቁ ብለውናል !

⭐️አክለውም አሁን ላይ ሰዎችን የመጋበዧ ትክክለኛ እና ወሳኝ ሰዓት መሆኑን ተናግረዋል ይህንንም ያሉት  1 ሰው ሲጋበዝ 750 star ያገኛል ተጋባዡ ባለ ፕሪሚየም ከሆነ ደግሞ +1000 ቦነስ ስታር ያገኛል።

➡️እና ምን እየጠበቃቹ ነው ካልጀመራቹ አሁኑኑ ጀምሩ

➨ 1 ሰው ሲጋብዙ 750 stars ያገኛሉ
➨   ቦቱ ይህ ነው  https://t.me/major/start?startapp=5272795734






Pavel Duroov maaliin himatame?

- hanqina to’annoo Teelegiraamaan
- Odeeffannoo barbaachisaa qaama mootummaaf hin kennu

- Teelegiraama irratti yakki ni raawwatama
- Daldalli qoricha balaafamaa ni raawwatama
- Yakki Shororkeessummaafi maallaqa seeraan alaa daddabarsuu ni raawwatama.

Telegiraamiin fayyadamtoota gara biliyoona 1 kan qabu yoo ta’u, ergaa fi waljijjiirraa daataa bilisaa fi nageenya qabuun bal’inaan filatamaadha.

Mirga wabiitin Gadii dhifaamulle garuu faransayi keessa ba’uu hin danda’uu jedheera manni murtichi.

@schooltech1


Hundeessaafi hoji geggeessaan Teelegiraamaa Paavel Duuroov hiikameera.

Gaafa august 25 bara 2024 faransaay paarisitti hidhamee kan ture durov addunyaa irraa namoota bebbeekamoo kanneen akka Eelen Mask , Tucker Carlsonfi biyyoottan kanneen akka Yuunayitid Arab Emiraatis fi Raashiyaan faransaay qeeqamaa kan turte yommuu ta’u, abbaan kalaqaa sammiu ajaayibaa qabuufi iccitii fayyadamtoota isaa eeguun fakkenyummaa guddaa ta’e dhalataa Raashiyaa Biliyeenarri Paavel guyyaa harraa hidhaa irraa hiikameera.

Hiikamuu isaattis fayyadamtoota Teelegiraamaa biliyoona tokkotti dhihaatan dabalatee namoonni hedduun gammachuu isaanii ibsaa jiru.

Guyyaa inni hidhamee ka’ee duulli dijitaalaa geggeeffamaa kan ture yommuu ta’u Yuunayitid Arab Emireets bittaafi gurgurtaa “Rafale fighters” doolaara biliyoona 19iin Faransaay irraa bituuf turte dhiisuun dhiibba gara ishee taassisaa turteetti.

Manni murtichaa wabii Yuuroo miiliyoona 5 ykn Doolaara miiliyoona 5.56n akka gadhiifamu ajajeera.

@schooltech1


🎉Good News
Pavel Durove yeroodhaf waasiidhan gadii lakkifameera garuu faransayi keessaa ba’uu hin danda’uu
🎉And he is prohibited from leaving French territory and must post bail of €5,000,000 euros - Paris Public Prosecutor's Office




Dogs transaction fee fi namoota dogs gurguraachu barbaaddan hundaaf

🔥Namoonni #transaction_fee dhaaf #TON bitachuu barbaaddan amma irraa kaastanii asiin na quunnamuun #0.55TON qarshii #600n bitaachu dandeessu
👉@Samilearn

🔥Akkasumas Kanneen $DOGS telegram wallet irraa qabdan p2p market irraatti gurguraachuf verify kan isiin gaafatu gurguraachu yoo barbaaddan na qunnamuu dandeessu.
Gatiin Dogs 1 = 0.1etb
Dogs 10 = 1etb
👉@samilearn

kallattiin dhimma keessan naa barreessaa🙏
@samilearn

@schooltech1


Hundeessa telegram pavel durov gadhifamaniru

⚡️ Our sources report that Pavel Durov has been released!

We are waiting for official confirmation!

✔️Update: The investigating judge terminated Pavel Durov's detention in police custody for the purpose of his initial interrogation and possible indictment

Показано 20 последних публикаций.