Фильтр публикаций


Boruu galgala leenjii ajaa'ibati.

Sa'aatii sadiitti.


#Namni waanuma facaase haammata.
Facaasufis haammachufis yeroo qaba.


Har’a Muddee 8, 2017 miseensonni Boordii Daayirektaroota Breakthrough Trading S.C haaraa filataman sagantaa seensa gaggeessuu fi hoggantoota olaanoo Breakthrough waliin Hoteela #Haile keessatti walgayirraa jiru.


What are the 5 points of Personal Development?

1. Metal skills.

2. Emotional skills.

3. Social skills.

4. Spritual skills and Beliefs.

5. Physical Development.


Link kana cuqaasuun telegram qaxalee kana subscribe godhafi.

Leenjiillee irraa qoodadha faanaa hojjaadha.

https://t.me/urjii_media


Namootni leenjii barnoota Personal Development Training opportunity akkasumas,business barbaaddan.
Contact
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Bacha1439


Garbummaan garbummaa caaluu,namaf ergamudha.


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Ajaa'iba

Specialist Dr.
Hawaasni keenya maqaa guddaadhan nu beeka garuu dhugaan jiru,mindaan keenya mana kiraayyu kafaluu
Dadhabe!!!

Network marketing is life

So, Choice the best life.


Trainer:- Fekede

Man of Action.


Partner oota koo qaqqaalii waliin.

Network marketing is life 🙌




TRAINER.Jifara Chemeda


Akka Risaa balaali'i malee akka Lukkuu koola ykn baallee osoo qabduu miilan hin deemin!

Dilbaata gaarii!!!!


Kufaatii hin sodaatin!
Wantii sodaachuu qabdu bakkuma takka taa'uun,waggaa dhufus akkuma har'aa ta'uu sodaadhu!!!

Guyyaa gaarii qabaadha.
👇👇👇👇👇👇👇
@jifo26


Ijaarama Sammuu/Mindset


Wantii jalqaba salphaa fakkatu,dhumnisaa cima. garuu wantii jalqaba dadhabbii qabu dhumnisaa baayee bareedadha.

Kanaaf,filaannoon kee kami?


Mutual Agreement 🤝 on Daily routine of professional Networker Activities.






#100 participants

Показано 20 последних публикаций.