Website Kanarrattii gurgurrachuu ni dandeessuu.
kana jechuun akka nama hindaaqqoo gabaa geesseedha. akkas jechuun koo immoo Yoo isin gatii isaa guddistan homtuu isin irraa hin bitu, yoo xiqqeessittan immoo isin irraa bitu.
Yoo xiqqaa dollar 1.5 waayyii qabaachuu qabdu Sol irraattii malee hin danda'amu.
Yoo beekumsaa isaa qabaatan fi Accountii baayyeen hojjattan ta'e gurguurradhaa.
Yoo accountii muraasaa fi beekumsa isaa dhabdan jechuun akkaata gurgurruu hin beekne ta'e, Obsaan hanga list ykn token kenanittii Eegadha.
Hundumaasa gubbaa isiniif kaa'era.