Nama_Dhiba!! Uggum!!
➡️
Qabxii olaanaa qabaachuu qofti gahaa miti kan jettu Eebbiseen,beeksifni ba'us hedduun isaa,firaa fi wal beekuutiin" waan fudhataniif abdii nama kutachiisa jetti. As irratti yeroo tokko tokko dhaabbilee hundii firaa fi maallaqa jennee yaaduus hin qabnu, dhaabbileen quuqama fi dandeetti qofa irratti hundaa'anii haqaan hojjetanis ni jiru.
Mee maal jettuu? Comment kenaa
👇👇👇👇👇👇
⭐ @daretube_DT
⭐ @daretube_DT