Репост из: Dirree Ispoortii
Gaardiyoolaan mallatteessitoota haaraa kanaan gammadeera
Leenjisaan olaanaa Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz boruu Tootinaam waliin taasisaniin dura yaada isaanii kennaniiru.
Peep Gaardiyoolaan haasaa isaa keessatti:-
- "Keevin De Bruyne ammallee taphataa addaa waan ta'eef akkasitti akka itti fufu abdiin qaba. Fuuldurri isaa isa fi kilabichaan murteessa."
- Mallatteessitoota haaraa natti tola, hunda isaaniitti gammadneerra.
- Leenjisaa Anhe Postekogluuf kabaja guddaan qaba; Bu'aa argameen murteessuu hin qabnu, yaada ilaaluu qabna, yeroo tokko tokko wanti gaarii fi hamaa ta'a.
- Peep Gaardiyoolaan haasaa isaanii keessatti Erling Haaland miira gaarii keessa akka jiruu fi tapha boruu irratti hirmaachuu fi dhiisuu isaa shaakala har'aa booda murteessina jechuun ibsaniiru.