🇷 🇴 🇧 🇪 🇷 🇦 . 𝗠 ✝️
Репост из: God's Word Presence! [GWP-MEDIA]📺
⭐️Isa Nuuf Fannifame Yesuus Kiristoosiin malee:-
🔶🔷 Gooftaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Fayyisaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Jireenya biraa hin qabnu!
🔷🔶 Dhugaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Karaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Giddu Galeessa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Angafa Lubootaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Oolchaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Boqonnaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Amantii biraa hin qabnu!
🔷🔶 Lallaba biraa hin qabnu!
🔶🔷 Barsiisa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Barsiisaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Faarfannaa biraa hin qabnu!
“Haa ta'u iyyuu malee, ani yookiis ergamaan waaqa irraa tokko, wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa 'ta'u!”
— Gal. 1:8
©Robera
LIKE | JOIN | SHARE 📣GWP MEDIA
🔍 | JOIN GOCHUUF |👉🏼 AS TUQI
🔶🔷 Gooftaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Fayyisaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Jireenya biraa hin qabnu!
🔷🔶 Dhugaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Karaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Giddu Galeessa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Angafa Lubootaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Oolchaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Boqonnaa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Amantii biraa hin qabnu!
🔷🔶 Lallaba biraa hin qabnu!
🔶🔷 Barsiisa biraa hin qabnu!
🔶🔷 Barsiisaa biraa hin qabnu!
🔷🔶 Faarfannaa biraa hin qabnu!
“Haa ta'u iyyuu malee, ani yookiis ergamaan waaqa irraa tokko, wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa 'ta'u!”
— Gal. 1:8
©Robera
LIKE | JOIN | SHARE 📣GWP MEDIA
🔍 | JOIN GOCHUUF |👉🏼 AS TUQI