Репост из: Motivationals Tip
NAGAA KEEF YAADII !
☆ ==================★
★✓Namoonni hubatoon nagaaf jedhanii dhiifama gochuu hin sodaatan.
☆✓Namoonni dadhaboon garuu hiikkaa nagaa waan hin beekneef dhiifama gochuu hin beekanu.
★✓Namni waan siin jedhutti hin dhiphatiin waan hamaa akka hin gooneef garuu ofi eeggadhu.
☆✓enyummaa kee hubachiisuuf baay'ee hin yaaliin! namni akka si hubate osoo hin taane akka siif gale, akka si gammachiisutti jiraadhu.
★✓ Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti.
Eenyummaan kee si keessa qofaati argama!
☆✓Dafnee abdii kutachuu keennaa irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne.!
★✓Qofaa ta'uu dandeetta!
Namni si biraa dhaabbatee kallattii si agarsiisu dhibuu danda'a.
☆✓Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii kutatetta ta'a
Yeroo dheeraaf karaan ati irra turte si gaddisiisuu danda'a.!
✓Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphachuu dandsaa!
Gorsa siif qaba
☆============★
✤ ittuma fuufii yaali!, Yaali, yaali, yaali ammas yaali!
sirumaa(tasumaa) abdii hin kutatiin.
Jireenyi garaa bal'ina si gaafata.
garaa bal'attee irra deddeebitee hin yaaltu taanaan na amani galma kee hin geessuu !
✤ Gatii osoo itti hin baasiin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru.
Yoomiyyuu kaayyoon kee gatii baasuu akka si gaafatu dursii beeki.
✤Deddeebi'anii kufuun jira! kufaatii hedduun booda ammoo mo'achuun jira. Eeyyee ni jira!
si'a tokko kuftee abdii kuttee dhiistee deemta taanaan Yoomiyyuu hin mo'attu.kun ammoo adeemsuma uumamaati!
➨ Abrahaaam Linken akkas jedhe; Kaayyoo ketti cichi! Ar,a hin milkoonne jechuun boru hin milkoottu jechuu miti!
★Ar,a yoo hin taane boru ni ta'a!
★Ar,a yoo kufte boru ni mo'atta!
★Ar,a yoo hin mijanne boru ni mijata!
★Ar,a waan barbaaddu argachuu yoo dhadde boru ni argatta!
★Boru guyyaa boruuti!
★Waan inni qabatee siif dhufu hin beektuu!
★Eeyyee dhuguma guyyaa boruu hin beektuu boru guyyaa boruuti!
✤ Galatoomaa!!
✤☆Addara waaqayyo yoo ira waa barateeta ta,ee ykn waa hubbateeta yoo ta,e hiriyyoota keetif SHER godhi!
➨Seenawwan akkasi nama barsiisanif akkaaumas namootaf boqoonna sammuu ta,aan namooni argaachu barbaadan follow godha!
@Farfana1