Репост из: Jifara Chemeda(Business Owner)
Karoora koo amma namoota 1200tti agarsiiseera.
900 lakki jedhan ,
namoonni 300 fedhii tokko tokko agarsiisaniiru.
Dhugumatti waan tokkollee kan hojjete 85 qofa.
Isaan keessaa 35 ciccimoo yoo ta'an,11 ammoo biliyeenara na taasisan.
Dureessaa Addunyaan keenya qabdu kana laalaa abdii kutachuun maaf barbaachiseree?
Milkaa'inni dhugaan kufaatirraa jalqaba.