Masriin dhimma hidha haaromsaatiin walqabatee Tiraampiif dhiyeessuuf himata qopheessite
Masriin aanga’oota Sudaan waliin ta’uun dhimma hidha haaromsaatiin walqabatee akka haaraatti himata Tiraampiif dhiyeessuuf qophaa’uun gabaafame.
Ministeerri jallisii #Masrii rakkoo waggoota afran darbe biyyattii mudateefi baasii maallaqaa bishaan ashaboorraa qulqulleessuuf baafte qindeessuun himata haaraa banuuf qophaa’uu maddeen Masrii wabeeffachuun Middle East Monitor gabaaseera.
Masriin himata kana qindeessuuf ministeera jallisiifi ministeera dhimma alaa #Sudaan waliin marii teeknikaafi siyaasaa gaggeessiteerti jedhame.
Gaabasni kuni kan dhagahame bulchiinsi Tiraamp dhimmi hidha haaromsaa Itoophiyaa dhimmoota xiyyeffannoo kennuuf keessaa tokko ta’uu beeksisuu hordofee ta’uu eerameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡