Fayyadama humna elektirikii irratti kaffaltii taaksii dabalataa hojiirra oole
Tajaajilli Humna Elektiriikii #Itoophiyaa kaffaltii tajaajila elektirikii maamiltoota sa’aatii kiiloowaatii 200 ol fayyadamanii fi maamiltoota haaraa walqunnamsiisuu dabalatee kaffaltii tajaajilaa adda addaa maamiltoonni kaffalan irratti taaksii dabalata qabeenyaa hojiirra ooluu beeksise.
Akkaataa labsii Ministeerri Maallaqaa hanga fayyadama elektirikii fi bishaanii manneen taaksii dabalataa irraa bilisa ta’an murteessuuf baaseen kaffaltiin kun baatii Fulbaana irraa eegalee hojiirra ooluu isaa tajaajilichi ibseera.
Akka qajeelfama kanaatti maamiltoonni tajaajila kanaa fayyadaman irraa taaksii dabalataa ji’a ji’aan sassaabuun maallaqni walitti qabame Ministeera Galiiwwaniif galii ta’a.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡