Turkii fi Siiriyaan waliigaltee tumsa ittisa waraanaa mallatteessan.
Ankaaraan bulchiinsa Damaasqoo haaraa deebisanii ijaaruu fi leenjii waraanaatiin gargaaruu akka barbaaddu beeksifteetti. Hoggantoonni biyyoota lamaanii waliigaltee tumsa ittisaa kana ni mallatteessu jedhamee eegama.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡