ዛሬ ጠዋት ከኢራን ፕሬዚዳንት መስዑድ ፔዥሺካን ጋር በሁለትዮሽ እና ቀጠናዊ ጉዳዮች ላይ ውይይት አድርጌያለሁ። በውይታችን ወቅት ኢትዮጵያ የመካከለኛው ምስራቅ ውጥረቶች የሚረግቡበት ሁኔታ ለማገዝ ዝግጁ መሆኗን ገልጫለሁ።
Har'a ganama Pirezdaantii Iran Massuud Pezeshikyan waliin dhimmoota garlameefi nannawaa ilaallatan irratti marii'anneerra. Marii keenyaanis Itoophiyaan Giddugala Bahaatti haala muddiinsi jiru gadi bu'u danda'u irratti deeggarsa gochuuf qophee ta'uushee ibseera.
This morning I met with Iranian President Masoud Pezeshkian for a discussion on bilateral and regional issues. During our meetings I expressed that Ethiopia stands ready to support de-escalate tensions in the Middle East.