Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
የአዲስ አለምአቀፍ ኮንቬንሽን ማዕከል የስብሰባ፣ የኮንፈረንስ እና ኤግዚቢሽን ዘርፍን(MICE) ለማጠናከር ለምናደርገው ጥረት አንድ ተጨማሪ አቅም ነው። አለም አቀፍ ደረጃን እንደጠበቀ ተቋምነቱ የንግድ ቱሪዝምን በማሳደግና አለምአቀፍ ኹነቶችን በመሳብ ሀገራችንን የስብሰባዎች ቀዳሚ መዳረሻ እንድትሆን ወሳኝ ሚና ይጫወታል።
Giddugalli Konveenshinii Idil-addunyaa Addiis tattaaffii damee walgahii, konfaransiifi egzibiishinii cimsuuf taasifnuuf humna dabalataa tokkodha. Dhaabbatichi sadarkaa idil-addunyaasaa akkuma eegetti tuuriizimii daldalaa guddisuufi taateewwan idil-addunyaa hawwachuudhaan biyyi keenya akka bakka hawwata walgahii duree taatu gahee olaanaa qaba.
The Addis International Convention Center is the latest addition to of our ongoing efforts to strengthen the Meetings, Incentives, Conferences, and Exhibitions (MICE) sector. As a world-class venue, it plays a crucial role in attracting international events, fostering business tourism, and positioning the country as a premier destination for global gatherings.