✅Beeksisa
Barattoota buleeyyii Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa Idilee Waggaa 2ffaafi Isa olii hundaaf.
Barattoota buleeyyii Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa Idilee Waggaa 2ffaafi Isa olii galmeen bara barnootaa 2017 kan geggeeffamuu Fulbaana 8 hanga 10/2017 ta'uu isin beeksisaa galmaa'aan hundii galmee geggessuuf qajeelfamoota kanan gadii akka hordoftan isin yaadachisna.
👉
https://www.office.com/ liinkii kana fayyadamuun e-mail Yuunivarsiitii dirree dhawaa keessanii kutaa barnootaa irraa fudhachuun activate gochuu.
👉
https://courses.ddu.edu.et/ liinkii kana fayyadamuun gara e-SHE dashboard irratti galmaa'uudhaan koorsiiwwan gaggabaaboo Student success suit fudhachuudhaan xumuruu keessan kan ibsu ragaa qabachu.
👉Ragaa keessan agarsiisuudhaan kutaa barnootaa irraa slip ittin galmooftan fudhachuu.
ID Card Yuunivarsiitiin isini kenne tajaajiila Kaaffeetti active gochuu qabdu.
👉Galmee Koorsii geggeessuu
👉Hubachiisaa
# Yuunivarsiitichi barataa guyyaa jedhame kana dursee yookiin barfate dhufe kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksisna.