Galmeen Guyyaa 8 ffaa Jalqabeera
8th day registration is opened
#Beeksisa_Hojii
Baankiin Gadaa Fedhii Tajaajilamtoota isaa Guutuuf Dameewwan isaa Iddoo Hundatti Baballisuuf Xiyyeeffannoo Guddaan Hojjechaa jira Akkasumas tajaajila isaa Ummata Hunda biraan Ga'uuf Karaa Online ykn iddoodhumaa jirtanii tajajila Baankii Gadaa akka Babal'atu Gochuuf Namoota 1500 ol Carraa hojii Uumuuf Qophii isaa Xumureera.
Ulaagaa Galme
1 Bilbilaa Qabaachuu
2 leenjii Guyyaa 10 -- 15 Karaa Youtube Baankii Gadaan Fudhachuu
3 Kutaa 8ffaa Kan Xumure/te ykn sana ol
4 Guyyaa keessatti Sa'aatii tokko hanga lama hojaachu kan danda'u/esu
#Yeroo_leenjii
Qaammee 1-- 6
#Galmeen Hagayya 22 -- 30
#Haala_Galmee
Channalii YOUTUBE Baankii Gadaa SUBSCRIBE Gochuun Screen shot karaa Group Bankii Gadaan erguu.
YouTube:https://www.youtube.com/@GADAA_BANK?Sub_Confirmation=1
Ykn
https://www.youtube.com/channel/UCgWYJoTaSC0GQJZ9FI_lXvA?Sub_Confirmation=1