Cooperative Bank of Oromia dan repost
Aaga Dhagahaa!
=============
Waggaa 20ffaa hundeeffama Baankii keenyaa sababeeffachuun, baatii kana sagantaa ββHirmaadhaa Badhaafamaa'β jedhu hirmaattota 20 (torban torbaniin, hirmaattota shan torbee afuriif) badhaasuuf qophoofneerra.
Dorgommiin keenya Wixata yeroo mara kan dhiyaatu yoo taβu, ulaagaa hunda guutanii irratti hirmaachuun, DURSANII deebii sirrii deebisuu yoo taβu, sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaa kan bahan, tokkoo tokkoon isaanii qarshii 5,000 (Kuma shan) badhaafamu.
Har'a (Wiixata), sa'a muraasa booda nu eegaa; hangasittis hiriyyoottan keessanis afeeraa!
Qajeelfamoota Dorgommichaa:-
1. Gaaffichi fuula miidiyaalee hawaasaa keenya hunda irratti kan dhoobamu yoo taβu, deebiin isaa karaa fuula Facebook keenyaan toora kenniinsa yaadaa (Comment) qofaan deebifama.
2. Deebii jalqaba kenname gara kamittuu sirreessuun (Edit gochuun) fudhatama hin qabu.
3. Deebii sirrii fi maqaan mo'attootaa guyyoota itti aanan 3 booda ifa godhama.
4. Injifattootni, erga maqaansaanii ifa godhamee kaasee, guyyoota 2 keessatti karaa keessoo (Inbox) Facebook keenyaan nu quunnamuun, badhaasasaanii fudhachuu qabu.
5. Badhaafamtootni maatii (follower) fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenyaa taβuu qabu.
Carraa Gaarii!
α¨αα΅α«α½!
======
α¨α£αα«α½αα 20α ααα΅ α¨αα΅α¨α³ α αα αααα«α΅ α αα΅α¨α α αα αα ''αα³α°α ααΈαα'' α αα αα αͺα« α α¨α³ααα± α αα΅α΅α£ α αα΅α΅ α°α³α³ααα½α αααΈαα α°ααα α°ααα’
α°αα£ α°α α αααα α αα΅α΅α«α½α αααα αα΅αααΆα½ α αααΆ α αα³α°α αα΅α α΅αααα ααα΅ αα΅α α΅ α²αα α¨1α - 5α α¨αα‘ α₯α«αα³αα³αΈα α₯α 5,000 (α αα΅α΅ αΊα ) α¨ααΈαα ααααα’ αα¬ α°α α¨α₯αα΅ α°αα³α΅ α αα αα α₯ααα€ α₯α΅α¨αα αα°αα½ααα ααα₯α!
α¨αα΅α΅α© αααͺα«αα½α¦
1. α₯α«αα α ααα α¨αα α α«α α΅α΅α΅α ααα»α½α α¨αααα₯ α²αα ααα±α α αα΅α‘α«α½α α¨αα³α₯ αα΅α« (Comment) α₯α» αααα΅ α αα α΅α’
2. α ααααͺα« α¨α°α°α ααα΅ α ααα ααα© αα¨α /α€α²α΅ αα΅α¨α/ α°αα£ααα΅ α αααααα’
3. α΅ααααα ααα΅α α¨α αΈαααα½ α΅α α¨3 αα α αα αα ααααα’
4. α αΈαααα½α£ α΅ααΈα α¨α°ααα α αα α 2 ααα΅ αα΅α₯ α αα΅α‘α«α½α α αα΅α₯ (Inbox) α ααααα΅ α½ααα³αΈαα ααα°α΅ αα½ααα’
5. α°αΈαααα½α£ α¨αα α α«α α΅α΅α΅α ααα»α½α α°α¨α³α (Follower) ααα αααα£αΈααα’
ααα«α αα΅α!