Biiroo Fayyaa Oromiyaa


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Tibbiyot


This is the official Telegram Page of the Oromia Regional Health Bureau (ORHB). ORHB's Vission to see health, Productive, and Prosperous people in Oromia.
🌐 http://www.orhb.gov.et/
📁 Government Official
✉️ 24341 Addis Ababa, Ethiopia
📞 +251113717227

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


Walgitiinsaa fi  qaqqabamaa kenna   tajaajilaa fayyaa milkeessuu irratti inshuraansiin fayyaa hawaasaa gumaacha ol'aanaa  taasisaa  jira. H/I/A biiroo fayyaa  Sr. Tigist Tafarii  
Onkololeessa /2017 Shaashamannee
=========================
Inshuraansiin fayyaa hawaasaa baasii xiqqaa waggaatti yeroo tokko kaffalamuun hawaasni tajaajila fayyaa akka argatuu fi   baasii   hin malleef akka hin saaxilamne taasisuun   gahee guddaa qabaachuu H/I/A biiroo   Sr. Tigist Tafarii ibsaniiru.
Kaayyoon gamaaggama raawwii inshuraansii fayyaa hawaasaa bara 2016 ciminoota jiran itti fufsiisuun dhimmoota xiyyeeffannoo addaan raawwatamuu qaban  karoora itti aanuu keessatti akka hojiirra oolaniif  marii geggeessuudha. 
Waltajjii kana irrrattis dhiyeessiin gabaasaa, qajeelfamaa fi  daawwannaan erga geggeeffame booda marii bal'aa   taasisuun kallattiin hojii kennameera.
I/G/W/Fayyaa, paartii, bulchaa fi qindeessitoonni IFH, godinaalee fi magaalotaa akkasumas daarektaroonni olaanoo inshuraansii fayyaa biyyolessaa saganticha irratti hirmaataniiru.

#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


Kaansariin Harmaa fi Fiixee Gadameessaa Yeroon yaalamnaan dhibee salphaatti fayyuun danda'amuudha.
Onkoloolessa bara 2017

====≈============================
Biiroon fayyaa Oromiyaa dhaabbata OBN waliin ta'uun duula hubannoo uumuu dhibee kaansarii harmaa fi fiixee gadameessaa ji'a tokkoof guutuu Oromiyaatti gaggeeffamu sababeeffachuun ardaa mariin  gaggeessee jira.
Kaayyoon marii kanaa kaansarii harmaa fi fiixee gadameessaa irratti hubannoo hawaasaf uumuuf.
Akka biyya keenyatti kaansarii lubbuu namaa gaga'an keessaa kansariin sadarkaa tokkoffan yoo ta'uu sadarkaa lammaffaan immoo kansarii fiixee gadameessati. Haaluma kanaan waggaatti  kansarii harmaatin dubartoonni 16, 133 dhibee kannan qabaman keessaa 9, 061 lubbuun isaanii ni darba. Kaansarii fixee gadameessatiin immoo dubartoonni 7, 445 ta'a waggaa waggatti kan qabaman  yoo ta'uu,  kanneen keessaa 5, 338 lubbuun ni darba.
Kansariin sadarkaa adda addaa qaba. Namoonni kaansarii harmaa fi fiixee gadameessaa  sakata'amanii yeroo  inni sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa irra jiru yoo yaalaman guutumaan guututti fayyuu kan danda'an yoo ta'uu hanguma sadarkaan isaa dabalaa deemu carraan fayyuu immoo xiqqaachaa deema waan ta'eef yeroon yeroon kaansarii kanneen qoratamuun haala fayyaa ofii beekuun murteessadha.
Akka Oromiyaatti buufataalee fayyaa 424 fi hospitaalota 104 keessatti tajaajilli calaallii fi yaalii kaansarii fiixee gadameessaa kennamaa jira.
Kana malees, Hospitaala Naqamtee, Jimmaa,  Adaamaa, Asallaa fi Haramayaa keessatti tajaajilli yaala kaansarii hundaa kennamaa jira.
Kanaafuu dubartoonni umuriin isaanii 30 - 49 keessa jiran calallii kaansarii fiixee gadameessaa  gara dhaabbilee fayyaa calalliin kaansariin fiixee gadameessaa itti kennamuu dhaqanii qoratamuu akka qabanii fi kan kaansarii harmaa immoo jijjiirama harma irratti mul'atu dhiitoo harma keessatti mul'atu, bifti isaa jijjiiramuu fi fiixen harmaa keessa gadi seenuu fi dhiisuu yeroo yeroon sakatta'aa deemuun yoo mallatoon kun irratti mul'ate dafanii gara dhaabbata fayyaa deemun qoratamuu qabu.

#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa


#share
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa
         t.me/BiirooFayyaaOromiyaa

9 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.