Postlar filtri


Major season lammaffaan eegaleera.

Akka kootti Airdrop qarshii hedduu irraa hojedhe keessa isa jalqabaati.

Eegaluu warri barbaaddan asiin eegaluu dandeessu

https://t.me/major/start?startapp=468093274--

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


📄 New Bot: Image to PDF Bot 📄

Suura gara PDF jijjiiruuf rakkataniirtu furmaanni kunooti, bootii bareedaa altokkoon hanga suuraa 20 itti erguun gara pdf isiniif jijjiiruu qabadhee dhufeera.😍

Linkii @ImageToPDF_ok7Bot

Yoo isinitti tole like gochuu hin dagatinaa

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


Download It Bot

Bootin kun vidiyoo garaa gara Facebook, Instagram, Twitter, TikTok, irraa salphaatti buusuuf isin fayyada.

@download_it_bot

Kan isinirraa eeggamu linkii vidiyoo buufachuuf barbaaddanii itti galchuu qofa.

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


🌎Barattootaf document garaa gara bilisaan websaayti irraa arggattan qabannee dhufneerra.

Ocw.mit.edu

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


1.5+ Billion PAWS Sent to Bybit 🔥

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


🖨Hojiin Websaayti kanaa
👉PDF gara Word jijjiiruuf
👉PDF kessan iratti AI gargaramuun ibsa isinii keenna
👉PDF edit gochuuf
👉Suura irraa Background haquuf
👉Vidiyoo edit gochuuf
👉Suuralee AIn deggaramn isiniif hojjeta.
👉Saize PDF xiqqeessuuf fi kanneen broos irraa argattu.

Websaayti 👉 Https://tinywow.com

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


Walaloo jalalaa naaf barreessi jennaan akkasitti bareesse kuno Deepseek😁

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


Deepseek meeqan keessantu qaba?

Deepseek AI Yoo ta'u
👉yaada fi gorsa garaa garaa.
👉Gaaffii Asaaymeentii garaagaraa hojechuuf.
Fi kanneen biroo fayidaa heedduu kan qabu

Appi kana asiin buufachuu dandeessu

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.deepseek.chat

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


Zoo yeroo ammaa exchange garaagaraa iratti

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


Kam irraa gaatii gaarii argana jeetaanii yaaduu 👇
So‘rovnoma
  •   Paws👍🏿
  •   Zoo🔥
322 ta ovoz


$PAWS LISTING SOON 🔃


#ZOO 8 hour left for listing😱


😎Caps kan guyyaa har'aa seenaa pick up godhaa !

Warri hin eegale ammas yeroo qabdu egalaa ⬇️⬇️⬇️

https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=1668004774

React kessaan hamile kenyaa👍🏿🔥❤️

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaTCrypto
Share @BurqaTCrypto


Breaking: paws Listing Torbee kana keessa announce(beeksifama) ta'a

Oddeeeffaanoo dabalata yoo jirate barbadne isiin biraan genyaa react gochu dagatinaa🔥👍🏿


$PAWS LISTING SOON 🔃

Listing isaa bayy'ee dhihate jira mee react robsaa🔥🔥🔥🔥👍🏿


10K $PAWS 72$ - 74$ 👀

Osoo akkas ta'e 🚗tokko ajajun kenyaa hin oluu😄


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
🐾 Paws released new shorts Video !!

Mentions Bybit ☝️ ! Listing ?


😎Caps kan guyyaa har'aa seenaa pick up godhaa !

Warri hin eegale ammas yeroo qabdu egalaa ⬇️⬇️⬇️

https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=1668004774

React kessaan hamile kenyaa👍🏿🔥❤️

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360


😭Family dargaggeessi suura irratti mul'atu Kun MemeCoin $500 kaasaaruudhaan Twitter live Stream irratti ofii isaa meeshaadhaan of ajjeese.😭

😔😔😔😔

➡️https://x.com/waverchocs/status/1893308084136620295

React fam🔥🔥🔥
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360


🐾 Paws - Eligibility list has been updated !

Check your paws allocation again !

Paws will be listed in Tier 1 Exchanges like Binance & Bybit !

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.