Faayidaa kitaaba dubbisuu irraa argamu muraasa:-
•Bekumsa dabala.
•Hubannoo gabbisa.
•Yaada haaraa fi ilaalcha bal'aa qabaachuuf nu gargaara.
•Dandeettii barreessuu gabbisa.
•Hubannoo seerluga afaanii cimsa.
•Aadaa fi seenaa hawaasa garaagaraa akka barru nu taasisa.
•Nama bohaarsa.
•Dandeettii yaaduufi, yaadachuu fooyyessa.
•Muuxannoo nama biraa barachuuf nama gargaara.
•Dandeettii kalaqaa cimsa.
•Xiyyeeffannoo keenya dabala.
Kanaafuu, aadaa dubbisuu haa horannu; dubbisa, dubbisa,...!
#Join & #Share
🌈👉 @Coba_Qalamaa