DAMBALII BEEKUMSAA💡


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha


✨♦️ Chaanaalii kana irratti maaltu argama🤔?
🎴 Seenaale barsiisoo
🎴 Dhugaalee ajaa'ibsiiso
🎴 taateewwan nama kofalchiisan fi kkf..
👉 yaada kamiifu 💥 @Firosol24 💥 asiin na dubbisaa
Buy ads: https://telega.io/c/Dambalii_beekumsaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Statistika
Postlar filtri


Injifattoonni badhaasa isaanii keessaan fudhatanii jiruu!!

Yeroo itti aanu immoo give away i-phone qabannee dhufnaa!! 😁

Horaa bulaa maatiin keenya!! 🗿

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔

689 0 0 10 24

Xumurameeeeeeeeeraaaaaaa 👏👏🔥🔥🙏🙏

745 0 0 13 24

Waan hundaafuu 10080 jechuun @Ebachimdo19 dursee deebiseera

850 0 0 32 25

Mucaa inni herrega dandahu sun eessa dhaqee?? 😬

880 0 0 10 32

Gaaffii 3ffaa............

Torbe tokko keessa daqiiqaa meeqatu jira??

878 0 1 87 13

Gaaffiin 3ffaa salphaadha jirtuu!! 🔥🔥🔥

842 0 0 10 57

Gaaffii 2ffaa irratti dogogora mudateef dhiifama guddaa isin gaafanna!! 🙏🙏

deebiin isaa inni sirriin martin cooperidha!! @Kudeeyri_F8 dursee deebiseera!! 👏👏🔥🔥


Gaaffii 3ffaa osoo isin hin gaafatin dura sirriitti react roobsaa takkaa 🔥🔥🔥🔥

836 0 1 14 87

Gaaffii 2ffaa..........

Namni yeroo jalqabaaf moobaayili kalaqe eenyuudha??

855 0 1 55 14

Gaaffi 2ffaa .......... 🙌


'https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2158?comment=10305' rel='nofollow'>https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2158?comment=10305

meetira 5 jechuun dursee deebiseera!!


Gaaffii 1ffaa..........

Dheerinni hojjaa sattawwaa giddu galeessan meetira meeqadha??

881 0 1 86 32

Gaaffii 1ffaa..........


Mee al tokkoo mana nuuf ho'isaa 👏😍❤️👍

912 0 0 45 95

Gaffii keenya Saatii 3:15 irratti kan eegallu ta'a.
Qophaa'aa nu eegaa!

Seerri sagantaa keenyaa ⬇️⬇️

✔️Deebii barreessitan edit gochuun gonkuma hin danda'amu

✔️Namni takkaa injifate irra deebiin hirmaachuu hin danda'u

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔

989 0 1 14 28

#⃣ Namoota sadii kan badhaafnu ta'a.

😇1ffaan = 80birr
😇2ffaan = 50birr
😇3ffaan = 30birr

✔️🔠🔠🔠🔠🔠 godhaa hiriyoota keessanis irratti hirmaachisaa!!


Chaanalota sponsor keenyaa armaan gadii arfan join gochuun dirqamaa!! 👇👇

https://t.me/walaloowwanq
https://t.me/mijuu_kolfaa
https://t.me/Coqorsa_walii
https://t.me/+iwv2OHPBcgYyNDE0

Namni tokko chaanala kanneen join osoo hin godhiin dorgomee deebii sirrii yoo deebisellee badhaafamaa hin tahu!!


Akkam jirtuu maatiin Dambalii beekumsaa❓

✅ guyyaa har'aa jechuunis galgala Sa'aatii 3 booda sirna gaaffiif deebii namoota 3 badhaafamaa taasisu isiniif qabannee dhufaa jirra. kanaaf hundi keessanuu argamaa irratti hirmaadhaan dhaamsa keenyaa. hamma sagantaan keenya kun gahutti hiriyoota keessan gara channell keenyaattii affeeraa.

Good luck😊

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🛎


Kana beektuu❓

Sharariitiin tokko miilla 8 qabaa!!

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🛎


MAATII CHANNEL KANAA MARAAF

Galgala kana channel ajaa'ibaa tokko wajjin isin walbarsiisa innis JOSHUA GRAPHICS dha channel kun LOGO,Intro,Thumbnail fi k.k.f isiniif dhufee jira.

Wantoota kana isiin gargaaru danda'aa.

LOOGOO 👉 TELEGRAM
-FACEBOOK
-YOUTUBE
-INSTAGRAM

BANNER👉 BIRTHDAY
-GA'EELA
-FAARUU

INTRO 👉 NEWS
-BUSINESS FI K.K.F dha .

Marree channel isaanii join godhaatii ajajadhaa.

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.