🩺 FAAYIDAA IRDII
1) Carraa dhukkuba onnee hir'isuu danda'a.
2) Mallattoo dhukkuba arthritis ni hir'isa.
3) Kaansarii ittisuu danda'a.
4) Fayyaa hubannoo ni deeggara.
5) Mallattoolee dhiphina sammuu ni hir’isa.
6) Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaaruu danda'a.
7) Alerjii fi dhukkuba asmii fooyyessuu danda'a.
8) Tiruu summii balleessuuf gargaara
9) Mataa dhukkubbii fi mataa bowwoo hir'isuu danda'a
10) Dhiiga uumamaa kan qallachisu
11) Fayyaa gogaa ni fooyyessa
12) Akkasumas suphaa tishuu fi walnyaatinsa kolaajinii ni guddisa.
13) Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa
14) Koolestroolii to'achuuf gargaara
15) Infeekshinii vaayirasiitiin dhufu ni yaala
16) Fayyuumma rajiiji ni dabaala
17) Cirraacha hadhooftu ittisuuf gargaara
18) Fayyina dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu ni fooyyessa
19) Sirna ittisa qaamaa ni guddisa
20) Uumamaan Ilkaan Adeessuuf gargaara
21) Finniisa Balleessuuf. ...
22) Utalloo/Qufaa balleessuuf
23) Dhukkubbii Hir'isutti Fayyadamaa. ...
Nyaataa kanneen akka ruuza hanqaaquu, baaqelaa, shorba, salaada, dinniicha bilcheefamee fi kuduraalee irratti irdii itti dabaalun fayyadamu. Guyyaatti hagam dhuguu qabna? Namni giddu galeessaan guyyaatti irdii 150-250 mg bakka kamittuu nagaan dhuguu danda'a.
@Dhimma_Fayyaa 🩺