Dirree~Entertainment


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Din


The Honesty is Good policy.👮
https://t.me/DirreeGN
Chanalii kana Join share godhaa!Dhugaa Bahuumsa, Seenaa Fi Muudannoo barsiisoo ta'an argachuuf youtube kana Subscribe godhaa hordofaa👇🥰
https://www.youtube.com/@Dirree_Bashannana1
F/More @JaalalliGNSD

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Toifa
Din
Statistika
Postlar filtri


➡️ Jaalalli dhugaa hundee gadi fageeffatee akka dhaabbatuuf gaheen jaalalleewwan lameenii maal fa'a,... ➡️ See More.

👉 See More
   See More


🥰😘 🏃‍♂️🟢🔔🔔🟢
🎉🎉🎉🎉
HAPPY NEW YEAR

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa




💛 "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." ➡️ As tuquun dubbisaa.

👉 See More
See More


#Nama_Gaddisiisa😥

Dargaggoo Milkeessaa Xilahuun jedhama. Hojiin isaa konkolaachiisaadha. Daangaa Amaaraa keessatti humna faannootiin erga qabameen booda, qarshii Miliyoona 1 yoo galchitan malee mucaa keessan ni ajjee*na jennaan, Abbaa gurbaas mana isaa qabsiisee qarshii liqeeffatee, namoonnis amma danda'an gargaaranii qarshii Miliyoona 1 galchan.

Kana booda ammas takka turanii qarshii kuma 500 dabalaa jennaan kadhatanii qarshii kuma 200tti gadi butanii galchaniif.

Qarshii hamma kanaa fudhataniis garaa laafuu hin dandeenye ni ajjeesan😭 Abbaan qarshiittis hin hafne mucaa isaas ni dhabe😥
Waaqayyo Araarakee nuuf🤲🙏
●~~~~~~~~~~~~~~~~~~~●

@DirreeGN
@Spritpoem

🥲🥲👇👇👇👇
https://youtu.be/IggS2MWP7VI


🎓 For college and University students, if you need support on Masters degree and Bachelor's degree academic tasks such as:

Research
Assignment
PROJECTS*
🟢 Business plan

Join Us Our Channel and Feel free to contact Us: 👇
@Academic_Research_Center
@Academic_Research_Center




#Libaanos 🇱🇧

Hayyuu Musliima Sunnii duraanii Mohammad Yamout gooftaa Yesuus tti amanuun amma lallabaa wangeelaa ta'ani. "Light For Christ Ministry church" kan jedhamtu Beerut keessatti kan argamuututti Pastor ta'anii tajaajilaa jiru.
Galanni Waaqayyoof haata'u🙏

Gooftaa Yesuus tti kan hin amanne, maxxansi kun kan sin bira gahe koottaa gara isa Karaa, dhugaa, jireenya isa ta'e Yesuustti.
Karaa isa Jireenya Bara Baraatti Geessu !!

●~~~~●

@DirreeGN
@Spritpoem




❤️ Durbi Jabduun gatii ishee gaarii gootee beekti 🤗.. Seenaa Ajaa'ibaa As tuquudhaan itti fufii dubbisi..

➡️ See More
See More


“Yeroo inni argamuu danda'utti Waaqayyoon barbaaddadhaa! Utuu inni dhi'oo jiruus isa waammadhaa!”
— Isa. 55:6

♡≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈♡

@DirreeGN
@Spritpoem

🥰😇😇👇👇👇

https://youtu.be/LbFgIk9EEQQ




Namoonni Hedduun Bara 2016 keessa Sababa Gara garaan Addunyaa kanarraa Boqotaniiru, Siif Garuu Gargaarsi Waaqayyoo Siif Taanan Haalota Gararraatti Jiraattee Har'a/Jechuunis 2017) Geesse !!

Baga Gammadde

💐≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈💐
Barichi Bara Milkaa'inaa
Ammas Bara Moo'ichaa Siif haa ta'u ♥️

🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
💐≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈💐

@DirreeGN
@Spritpoem

#SUBSCRIBE & JOIN

https://youtu.be/LbFgIk9EEQQ


Kan si dammaqse bilbila ati boraafattee raftee ganama harkaan barbaaddu sana miti! Kanaafuu bara 2017 tti akkuma ganama kaateen osoo Gooftaa kee hin dubbisiin homaattuu hin bu'iin! Mee waggaa kanaaf waanan ani sitti hime kana godhiitii akka jireenyi kee wal siif hin qixxaanne, akka jaalalleen kees siif hin birmanne in laalta!

Isinan Jaaladha!
  
     #B/Bayanannee
●~~~~●

            @DirreeGN
            @Spritpoem


#Durbummaa_Kee_Ganamaa!

Seenaa intala durbummaa ishee iddoo hin taanetti gattee rakkina hamaa keessa buutee tokkon isiniif qooda. Durbummaa kee ganamaa eenyutu sirraa fudhate? Akkamiinis akkas tahuu dandahe? Seenaa mucaa durbummaa ishee ganamaa eeggachuuf dhibaahummaa godhatte kanaa dubbiftee waan hedduu irraa kudhaammatta. Durbummaa isaanii ganamaa gurbaa gowwaa sanaaf  kennuun  kan gatii guddaa baasan obboloota hedduutu jiru.

Mucaa durbaa tokkotu jira ture. Akki miidhagina ishee durboota ollaa ishee illee in hinaafsisa. Kan ishee arge hundumaatu miidhagina isheetiin akka nama arraba isaa liqimseetti waan dubbatu dhaba. Miidhagina ishee kana kan arges hunduu "Isheen haadha manaa ilma mootii tahuuf jirti" kan hin jenne hin jiru. Ganamumaan faayamtuu akka addeessa goobantee tuulluu #Chimporazo irraan mul'attuuti.

Kaadhimaan ishee ishee naqatee biyya fagoo jira. "Yooman ishee arga?" jedhee halkaniif guyyaa Abbaa isaa cinaa dhaabbatee Abbaa isaatti haasaha. Akka malee isheef yaada, akka malees ishee yaada. Cidha guddaadhaan ishee fuudhuufis kophii hundumaa xumureera, mana isheefi hojjettoota ishee gahu hundumaa harka isaan ijaaree xumureera. Ishee eeguuf takkaa rafee, mukaahees  tahe mugee hin beeku! Yeroo ishee furuun barbaachise, yeroo alagaan ishee butee fiigee sana lubbuu isaa osoo hin qusatiin dabarsee of kennuudhaan diina harkaa ishee baase. Inni akka malee isheef amanamaadha! Yeroo isheen isa loltee deemtetti illee isatu ishee barbaadee deebifata malee "Na gattee deemteetti" jedhee irratti durba ormaa hin barbaanne. Durboota biiliyoona shaniif walakkaan biyya lafa kana irra jiran al takkaan yoo dubbatanuu isaan keessaa kophaatti sagalee ishee beeka. Iji isaa ishee faana joora, qalbiin isaa isheef mankaraara.

Haa tahu malee isheen akka isaa amanamtuu tahuun isheetti ulfaate,  ulfinni ishee kun irra bubbuluu hin dandeenye. Yeroo ganama kaatu akkuma hirribaa dammaqxeen harka isheen bilbila ishee barbaaddee hiriyoota ishee miidiyaawwan garaa garaan barte dubbifti. Hiriyoota ishee keessaa muraasni warreen ganama ka'anii sigaaraa xuuxanidha, hedduun immoo warreen caatii ija banaa qaamanidha. Kaawwan warreen ganama akkuma dammaqaniin  'boozaa' dhuguudhaan guyyaa isaanii raatawummaadhaan dabarsanidha, muraasni immoo osoo fuula hin dhiqatiin warreen biddeen nyaatanidha, gariin hiriyaa booyyeeti, gariin immoo maabara sareeti...

Intalli kun eenyu beektu? Waldoota Kiristiyaanaa yeroo kanaati. Sii...isa Kiristoositti amane waan hin taane hojjetudha.  Ati inni kana dubbisaa jirtu amanataa taate jennaan #misirroo Kiristoos tahuukee beekta miti? Maal godharee atoo durbummaa kee ganamaa sana Misirrichaaf tursiisuu hin dandeenye. Yeroo ganama kaatu qooda jilbeenfattee maqaa Kaadhimaa kee (Kiristoosiin) Abbaa isaa galateeffachuun sirra jiru, bilbila keef jilbeenfatta, osoo jaalallee kee hin dubbisiin alagaa dubbifta, osoo isa nagaa hin gaafatiin qaama kee ormatti agarsiifta, qullaa kee dhokfachuunis sitti cime. In ejjite, in soramte, of qabuunis sitti ulfaate.

Jireenyi kee kanaaf jeeqamaam! Bara 2016 darbe kana durbummaa kee isa ganamaa (yeroo ganama hirribaa kaatu) eenyuuf kennaa turte? Ganama akkuma dammaqxeen gochaa akkamii goota? Jilbeenfattee misirroo kee isa dhufuuf jiru sana dubbifta moo? Anoo si yaadeera jettamoo? Dugdaan ciiftee bilbila kee waliin ejjita? Moo ganama kaatee ija banaa jettee jimaa alanfatta? Moo "morning smoke" jette tambookee aarista? Siif dhiiseera...

Waa sittan hima jaalako, ganama yeroo hirribaa kaatu ganama kanaan dura jiraattee hin beeknedha kan Gooftaan siif kennu. Ganamni ati itti dammaqxu sun kanaan dura keessa hin jiraatamne, inni siif akka durba qarreeti. Ganama kana akkuma kaateen Misirroo kee waliin osoo hin haasahiin, durbummaa kee ganamaa sanas isaaf aarsaa osoo hin godhiin homaattuu hin bu'iin! Ganama yeroo hirribaa kaatu waan bariiheef miti kan ati hirriba isa obboleessa du'aa sana keessaa dammaqxuuf; kan ati dammaqxeef, Abbaan misirroo kee akka ati dammaqxee jiraattuuf, guyyaa cidha sanaafis geessuuf waan jireenyatti si deebisuufidha.




➡️💯🌼 Dhiira jabaa duuba durba jabduun yoo jiraatte jireenya ofii irra darbanii biyyaaf bu'aa buusu. Dhiirri ofitti amanamummaa fi kutannoo qabu tokko abjuu durbaa sana karaa hundaan dhugoomsuu keessatti qooda yoo fudhate akkasumas kutannoo fi ofitti amanamummaa qabaachuu cimtee dhiirota caalaa dubbachuuf hojjechuu akka dandeessu yoo ishee utubeedha kun kan ta'uu danda'u. Garuu dhiironni tokko tokko,...➡️ Itti Fufii Dubbisi!

Asitti bu'uun
Itti fufii dubbisi!




#Jaalalleetu_Jaalallee_Abiddaan_Gube.¿¿¡¡
●~~~~~~●

Jaalallee jechuun silaa kan jaalatanii fi nama jaalatu, kan gubaa itti qabbaneeffatan, gaaddisa itti qabbanaaf dheensan ... ture.

Inni kun ibiddaan gubee ajjeesee obbaafatte jedhame.
Gaafa barri faallaa ta'u akkasi.
#RebeccaCheptegei kanatu mudate.

Meeqan keenyatu- jecha, arrabaan, gochaan jiraatti wal gubee wal qaqqaammataa waliin jiraataa- isaa manni haa lakkaa'u.

Macaafni qulqulluun, "Arrabni abidda... addunyaa jalkina hundumaan guuta. ... ofii isaatii qiliilee abiddaatiin qabsiifamee, naannoo dhaloota hundumaatti abidda qabsiisa" jedha.

Egaa, abiddaan hin gubne jettee yaaddee arraba keen immoo gubaa waliin jiraatta taanaan jiraatti ajjeeftetta.

#Nagaan_Boqodhu.
#VIA_CNN
●~~~~●
@DirreeGN
@Spritpoem



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.