EMOTIONAL 🖋


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


𝗚𝗥𝗢𝗨𝗣 𝗞𝗨𝗡:
🖋 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮𝗳 𝗯𝗼𝗾𝗼𝗻𝗻𝗮𝗮
🖋 𝗝𝗲𝗰𝗵𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮....📥
🖋 YOUTUBE KEENYA :https://www.youtube.com/@TILE_TUBE
👉𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗙 @Tile35
🤴𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗼𝗼𝗺𝗮🤴

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Channel kanaan,
👉barruuwwan barsiisoo
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
👉Carraawwan hojii(job opportunity)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)

Ammuma join godhadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇


Hubaadhuu🪡

🪡 Yoo wanti tokko barbaachisaa gahaa ta’e, yaalu qabda. Bu’aan isaa ta’uu danda’u kufaatii yoo ta’ellee.

🪡 Dandeettii addaa hin qabu. Ani fedhii beekuuf fedhii guddaa qaba.

⚜️ @Emotional_4U🖊️
⚜️ @Emotional_4U🖊️


Video qofaa ilaaluu fi hiriyoota keessan Affeeruun hojjedha Email fi maqaa password kan dhunfaa keessanii galchuun Eegala waan isiinif galu didee moo @Tile35 na gafaachuu dandeessuu 🙏


https://dollartub.com/9a346


🔵 Amala Gaarii
           ⇣
 🔵 Beekumsa
           ⇣
 🔵 Naamusa Gaarii
           ⇣
 🔵 Obsa
           ⇣
 🔵  Hubannaa
           ⇣
 🔵 Gaarummaa
           ⇣
 🔵 Dandeettii
           ⇣

💌 Beekumsi humna siif kenna.
💌 Beekumsi qabaa barbaada.
💌 Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu ta'a.

💡 Amalli gaariin kabaja siif kenna.
🥇 Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
🥈 Amalli gaariin gorsee si deebifata.
🥉 Amalli gaariin milkaa'ina biraan si gaha.
✉️ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima.

➡️ Amalli gaariin Obsa Qabaachuu si barsiisa.

🪡 @Emotional_4U 🖊️
🪡 @Emotional_4U 🖊️




https://t.me/WeMineBot/mine?startapp=ref_ZMMKNMVIGA
🎁 25 wUSD welcome bonus!
🎁 50 wUSD for Telegram Premium!


Jireenya 😢😢

1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee🫵
7,Deebitee check gootee/ilaalte.😁
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru🙈
9, Ofitti kofalte.🤦‍♀️😋
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne🙄
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte😂
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.

Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.🤭😂

➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪡 @Emotional_4U 🖊️
🪡 @Emotional_4U 🖊️


✍️ Dhukkubbii Dhugaa

Namoonni tokko tokko, nama eeguun nama dhukkubsa jedhu.
Namoonni tokko tokko, nama dagachuun nama dhukkubsa jedhu.
Garuu dhugaan jiru, dhukkubbiin hamaan kan uumamu yeroo ati  eeguu fi dagachuu isaa addaan hin beeknee dha.


🪡 @Emotional_4U🪡


🅰_ Airdrop kana nan hojjedha.....❤️

🅱_ Hin hojjedhu..........🚫

Qubeen filannoo keessanii "🅰" yoo ta'e Eegaaluu dandeessuu........🦾👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/flagton_bot/app?startapp=invite234517


Qormaanni Guddaan.....

➡️ Jireenya keessatti qormaanni  guddaan eenyu akka taate barbaaddee of argachuudha, Inni lammaffaan immoo waan argattetti gammaduudha.

➡️ Namni baay'een waan argatetti hin gammadu; yoo gammades yeroo muraasaaf qofadha.

⤵️⤵️⤵️🪡📸📚
@Emotional_4u
@Emotional_4u


Hubaadhu:

✍️ Ka'umsii mijaata in tane, Ga'umsii isa baay'ee mijaata akka ta'e beekii.

✍️ Haallii mijaata in jiru, haala keessa jirtuu mijeeffaadhuu..............🙏

@Emotional_4u
@Emotional_4u


Maatii Channel keenya 👉 Logo keenya Haala kanaan haroomsine jirraa "React" ❤️ 👍 😘 nu barbaachisa.......

Galatooma..🤝
@Emotional_4U
@Emotional_4U


Guyyaa saddet boodaa maaltuu ta'uuf akka jiruu Tuqaa ilaala Garuu Icciitiin male Namaf namattii hin dubbatiin caalisaa namaf Share godha🤦
😡😡
https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=6821730814


#Namichaa_fi_simbirroo

🤔 Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, du'uu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte.

✍️ Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen.

,1ffaa, “Waan si harka jiru hin gadhiisin”;

2ffaa, “Waan darbetti hin gaabbin” jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte.

🤦 Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen.
🤦 Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha.
🤦 Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen.
🤦 Namichis gad ishee lakkise.
🦅Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen.

👉 ,Innis, “Waan si harka jiru hin gadhiisin” naan jette jedheen. “Waan ajajamte rawwatteeree?” jetteen. “Lakki” jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite ta'ee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen.
.

🫢 “Ergaan inni 2ffaan maal jedha ture?”jetteen. Innis, “Waan darbetti hin gaabbin” kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama.
🤔Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhaga'uuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate ta'ee warqiinis Kan isaa ture.
Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qopheessi.


💨💨💨💨💨💨💨💨💨💨💨💨
@Emotional_4U
@Emotional_4U




✍️ ONNACHIIFTUU

🤦 Ilaalcha kee jijjiiruu yoo dandeesse, amala kee jijjiiruu dandeessa.

🤦 Amala kee jijjiiruu yoo dandeesse immoo gocha kee jijjiiruu dandeessa.

🤦 Kanneen kana gochuu yoo dandeesse waan yaaddee kamiyyuu milkeessuu ni dandeessa.

🤫 Beekumsa qabda jechuun, Ogummaa qabda jechuu miti.

🤫Ogummaa qabda jechuun garuu beekumsas qabda jechuudha.

🤔 Guddummaan nama tokko yeroo aarutti jechoota inni dubbatufii, miira inni agarsiisuun dhugaasaa beekuu dandeessa.

🫢 Namoonni cimoon yeroo aaranitti illee tasgabbaa'oodha.

🤔 Yeroo hundumaa odeeffannoo karaa qaamota miiraa keenya irraa fudhannu irratti hirkachuun rakkisaadha. Sababiinsaa
qaamonni miiraa keenya dogoggoruu danda'u.
Kuusaan dandeetti sammuu garuu hin dogoggoru. Kanaaf humna amansiisaa ittiin karoora keenya milkeessinu argachuudhaaf kuusaa dandeettii sammuuti fayyadamuu qabna.

✍️ Ofii keessan bu'aaf hin gurguriina.

@Emotional_4U
@dhangaayaada


💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰
https://t.me/cellcoin_bOt/app?startapp=6821730814


🎊Hordoftoonnii Amanta Kiristiyaana Baga Ayyaana yaaddannoo dhalachuu Gooftaa keenyaa Yesus kiristoos nagaan geessa! Ayyaana Gaarii👏🏑

🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
🎄🎄🎄Emotional_4U
Emotional_4U🎄🎄🎄🎄
🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄


"Emotional" jechuun, dhimmoota fi haala qalbii fi yaadaa namaa waliin walqabatee kan ilaallatu dha. Kunis, namoonni yeroo tokko tokkoon akkamitti yaadaan, qalbii, fi fedhii isaanii mul'isu akka danda'an agarsiisa.

Gosa dhimmoota emotional keessaa muraasni:

1. Qalbii: Dhimma qabeenya qalbii fi dhiphina, gammachuu, gadda, fi jaalalaa.

2. Yaada: Yaada fi hubannoo haala namaa irratti hunda'uun mul'atu.

3. Walitti dhufeenya: Walitti dhufeenya hawaasummaa fi daldalaa keessatti dhimmoota emotional gumaacha olaanaa qabu.

Emotional jechuun, haala keessa jirru keessatti dandeettii fi muuxannoo keenya ibsuuf gargaara.

✍️ Kanaaf channel keenya Join gochuun nu hordofaa🫡

@Emotional_4U
@Emotional_4U



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.