"Humna Of-Beekuu Hooggansa Keessatti."
"Hoggansi Sirraa Jalqaba: Humna Of-beekuu".
"Hoggansi dhugaan keessoo irraa eegala. Of beekuun bu'uura hoggansa bu'a qabeessa-cimina, dadhabina, gatii fi galma kee hubachuuf si gargaara."
Harβa yeroo muraasa fudhadhuutii:
β Ciminni koo ijoo maali?
β Eessatti fooyyaΚΌuu dandaΚΌa?
β Gochi koo gatii fi mulβata koo wajjin wal simaa?
Hoggantoonni of beekan wal amantaa, dhugaa taβuu fi guddina kakaasu. Imala kana waliin haa jalqabnu!
πhttps://t.me/ForaSuccessfulLifeπ
πhttps://t.me/ForaSuccessfulLife π