#ARAARRIKEE
Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa, gargaarsa Waaqayyootiin faarfannaa mata dureen isaa #ARAARRIKEE jedhu qabadhee dhufaan jira. Faarfannaa kanas Karaa #ILILLEE_MEDIA Kan isin qaqqabsiisu ta'a.
Isin immoo share gochuun hiriyoota keessan biraan naaf ga'aa, Eebbifamaa🙏
https://youtube.com/@ililleemedia?si=uEF6_R289UV-p0AB👉 Hubadhaa Galaana Faarfannaa Hundeessuun Kan Faarfannaa isin jaallattan isiniif gadhiisaa ture ana kunoo fedha Waaqayyoo ta'ee har'a immoo Faarfannaa kana isin biraan ga'uuttan jira.
Maarree isinis akka share naaf gootan Jaalala Waaqayyoon isinin gaafadha.
#Eebbifamaa.