Kabajamooo fi Jallaatamoo hordoftoota Channel Grow in christ hundumti keessan baga yaadannoo Dhaloota gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2017 ttin isin gahee.
#Isa. 9
⁶ Mucaan nuuf dhalateera, ilmis nuuf kennameera; humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira; maqaan isaa, "Gorsaa, dinqii, Waaqayyo-jabaa, abbaa bara baraa, angafa nagaa" in jedhama.
⁷ Guddinni mootummaa isaatii fi guddinni nagaa isaatii dhuma hin qabu; inni teessoo Daawitii fi mootummaa isaa irratti in mo'a, isa in ijaaras; firdiidhaa fi qajeelummaadhaan ammaa hamma bara baraatti isa in eega, hinaaffaan Waaqayyo gooftaa maccaa kana in godha.
AYYAANA GAARII!!!!