👉Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 53ffaa👇👇👇✅🙏
👉Baakkuufi waakkuun yoomuu horii hintaaatu. Kanaaf, jirèenya siif kennameef hinwaakkatiin, warraaqii hojjèdhu màlee.
👉Guyyaà hunda ùtuu jireenyi tola si xallisuu, muka mixiitti si hiitee si rèebaa oòltuu atimmoo tola oduu funaantee ĝabaasaa hinooliin. Utuu Gaazexeessitoonnì ogummaàsaa qabàniifi ĥojii ìsaaniin gabaàsaa oolaa jiranii, ķan callisee oduu gabaasaa oolutu baay'ate miilana. Atì qaalii gatiin kee ĥintilmaamamne waan taateef waan rakasatti yeroo keè gubdee òf ĥinràkasiisiin.
👉Utuu hanga ofiikeetii geessu hinbeekiin hanga namni biraa gahu tilmaamuufi madaaluuf hinariifàtiin. Namni biraa akka isa baasutti jiraachaa jira waan ta'eef sì hinilaallatu. Waa'ee nama biraa dhiisii ofii keerratti xiyyeeffadhu.
👉 Utuu nàma biraa hinkabàjiin, kàbamuu ĥineeĝgatiin. Waanuma ati ñamàaf gootetu siifis godhama waan ta'eef.
👉Jireenya gaariifi mijataa jìraachuu barbaaddu, ofiikeetii itti dadhabdee cabsitee itti baata malee, kan dhufeè manàa si waamee cabsee itti si galchu hin jiru. Kanaaf, jireenya gaariifi mijataa bor jiraachuu barbaadduùf har'a dadhabii hojjedhu. Jireenya keessatti kan siif màlùufi si baasu simalee namni siif beekuufi sii filu hinjiru.
Yoo isinitti toleefi irraa barattan yaada naaf barreessaa. Hiriyyoota keessaniifis qoodaa. Galatoomaa.
@HamboofAroon1
💪❤️Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.