Jaalala Dhugaa


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha
Toifa: Bloglar



Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Toifa
Bloglar
Statistika
Postlar filtri


በሽፍታ ምሽት ከምንወዳቸው አዝናኝ ኮሜድያኖች ጋር የነበረውን አዝናኝ ቆይታ Part 1 እነሆ ብለናል


Find Love, Find Your Maraki ❤️
Ethiopia's Premier Dating Platform.
Join @MarakiyeBot


Hey there 👋

I'm playing Keno on this amazing platform, and I thought you might enjoy it too.

Register using my invite link, and you'll receive ⁨15 ETB⁩ to start your betting adventure. 🎰

Join now 👇

https://telegram.me/kana_betting_bot?start=i5681312555


👋 Hello friends

Do you want to make money predicting the results of football matches?

✅ If the answer is yes, today we introduce a new thing called Eagle Betting. Earn money by simply betting on football games using Telegram without entering any website.

Click this link to get started : https://t.me/eaglebetting_bot?start=5681312555


Dambalii Jaalalaa dan repost
*Waa fuula keerraa ifaam
Akkuma biiftuu birraa
*Dirqamaan na booji'e
Bareedinni kee sirraa

*Eenyummaa kee hin qoranne
Siif bitamuu koon beekaa
*Eenyurra qoradharee
Anoo siif bitameetan
Ba'aaf gala kee eegaa

*Jalalli kee alanaa kun
Dhugumaan waanta jabduu
*Rakkoo kee isa na miiccus
Atoo quba naa qabduu
*Yaaduma kan kee qofaan
Qaatan ta'e an gaaddidduu

*Yeroon ijaan si arguu
Raata'een si ilaala
Dubbachuun naa mijatuu
*Wayiin dahadhee dhaaphee
Qaroon koollee hin libsatuu

*Kana biraa danda'ee
Eessaanin sitti haasa'aa
*Gubaa dirmannaa hin qabneenan
An waxalamaa ta'aa
*Karoorsees hin hojjedhu
Ofittis ta'ee ba'aa

*Namas biratti hin argu
Yeroo hunda kophaa deemtii
*Abeet miidhagina ishee
Dhiira jaalala hin beeknes
Laphee cabsitee seentii

*Gubbaa kaasee hanga goodaa
Rabbi uumaa kee bareechee
*Jaalala keen raatessee
Anas fayyaa na eelchee

💖♥️💚💯


Kaayyoof Jiraanna dan repost


Kaayyoof Jiraanna dan repost
SIN MARARFADHA

sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu

siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa

mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo

keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa

si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa

yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa

nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa

jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu

kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa

iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee


I LOVE YOU ❤️ dan repost


Gama keysatin na dubbisuu yoo barbaadde Liinkii Armaan gadi Kana jalatti Nu Argattuu kessan koottaa Me 👇👇⬇️⬇️
https://bit.ly/41UJ6qn
https://bit.ly/41PymJU


Kaayyoof Jiraanna dan repost
Liinkii Kana jalatti nudubbisuu ni dandeessu 👇👇⬇️⬇️
https://bit.ly/41UJ6qn


Iddoo barbaaddan teessanii humna keessan osoo hin balleessin aappii kanaan sooressa ta'uu ni dandeessu Appiin kun aappii online irratti hojiiwwan garagaraa salphaa ta'an hojjachuudhaan aappii maallaqa isiniif kaffalu dha Egaa maal eegduree yeroo keessanitti fayyadamaa jireenya keessan ittiin jijjiiradhaa

Appii kana liinkii Kana jala Arkattu argattu 👇👇👇
https://bit.ly/41UJ6qn
https://bit.ly/41UJ6qn


Dambalii Jaalalaa dan repost
Namonni gaffii Nagafachuu barbaade gaafii teysan debisuuf qophiidha Namni karaa kesan na dubisuu barbaddan liinkii Asin gadii kana tuquun bakka OPEN Jedhu tuquun naqunama mobile number kiyya Achi jalaan isinif kaya 💯👇👇⬇️
https://bit.ly/41PymJU
https://bit.ly/3VfNDRM


Namonni gaffii Nagafachuu barbaade gaafii teysan debisuuf qophiidha Namni karaa kesan na dubisuu barbaddan liinkii Asin gadii kana tuquun bakka OPEN Jedhu tuquun naqunama mobile number kiyya Achi jalaan isinif kaya 💯👇👇⬇️
https://bit.ly/41PymJU
https://bit.ly/3VfNDRM










I LOVE YOU ❤️ dan repost
🌟 በቀን በአማካይ ከ60 በላይ ስራዎች 🌟50 የተለያዩ የሥራ ዘርፎች 🌟50,000 በላይ ስራ እና ሰራተኞችን ያገናኘ 🌟5,000 በላይ ቀጣሪዎች 🌟የተለያዩ አይነት የስራ እድሎች 🌟ሙሉ እና የትርፍ ጊዜ 🌟ፍሪላንስ እና የርቀት 🌟ልምምዶች እና 🌟በጎ ፈቃደኝነት ስራዎችአሁኑኑ ፍሪላንስ ኢትዮጵያ ቴሌግራም 📱 ቻናል ከስር ባለው ሊንክ  ተቀላቅለው ሁሉንም ሥራዎች አንድ ቦታ ላይ ያግኙ።


I LOVE YOU ❤️ dan repost
🌟 በቀን በአማካይ ከ60 በላይ ስራዎች 🌟50 የተለያዩ የሥራ ዘርፎች 🌟50,000 በላይ ስራ እና ሰራተኞችን ያገናኘ 🌟5,000 በላይ ቀጣሪዎች 🌟የተለያዩ አይነት የስራ እድሎች 🌟ሙሉ እና የትርፍ ጊዜ 🌟ፍሪላንስ እና የርቀት 🌟ልምምዶች እና 🌟በጎ ፈቃደኝነት ስራዎችአሁኑኑ ፍሪላንስ ኢትዮጵያ ቴሌግራም 📱 ቻናል ከስር ባለው ሊንክ  ተቀላቅለው ሁሉንም ሥራዎች አንድ ቦታ ላይ ያግኙ።


🌟 በቀን በአማካይ ከ60 በላይ ስራዎች 🌟50 የተለያዩ የሥራ ዘርፎች 🌟50,000 በላይ ስራ እና ሰራተኞችን ያገናኘ 🌟5,000 በላይ ቀጣሪዎች 🌟የተለያዩ አይነት የስራ እድሎች 🌟ሙሉ እና የትርፍ ጊዜ 🌟ፍሪላንስ እና የርቀት 🌟ልምምዶች እና 🌟በጎ ፈቃደኝነት ስራዎችአሁኑኑ ፍሪላንስ ኢትዮጵያ ቴሌግራም 📱 ቻናል ከስር ባለው ሊንክ  ተቀላቅለው ሁሉንም ሥራዎች አንድ ቦታ ላይ ያግኙ።

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

6 033

obunachilar
Kanal statistikasi