Postlar filtri


በአጋጣሚ ከTelegram፤ Text-Message እና Imo ላይ ዲሊት(Delete) የሆነባችሁን ፅሁፍ፤ ፎቶ እና ቪድዮ በሰከንድ ውስጥ የሚመልስልን ምርጥ Application ስልካችሁ ላይ አውርዳችሁ ተጠቀሙ
         👇👇👇
     👉Download
https://nr.mvacancy.com/recovery-deleted-telegram-message/


ስልክ ቁጥር በማስገባት ብቻ ሰዎች ያሉበትን ቦታ ማወቅ የሚያስችለን አሪፍ አፕልኬሽን, በተለይም ፍቅረኛችን, ልጆቻችን እና የቤተሰባችንን አባል ከኛ በሚርቁበት ጊዜ ያሉበትን ሁኔታ ለመከታተል ሁነኛ መፍትሄ ነው

              አፑን ለማውረድ
                 👇👇👇
https://nr.mvacancy.com/phone-call-true/


Appilikeeshinii guddaa lakkoofsa bilbilaa galchuu qofaan bakka namoonni keessa jiran, keessattuu ijoollee keenya akka beeknu nu dandeessisu; Namoonni jaallannu fi miseensonni maatii keenyaa yeroo isaan nu irraa fagaatan eessa akka jiran hordofuun furmaata guddadha
👇👇  DOWNLOAD 👇✅️
https://mworld.mvacancy.com/phone-tracker-by-phone-number/


📚🤳 Appilikeeshinii barreeffama afaan kamiinuu barreeffame sekondii tokko keessatti gara afaan barbaannetti jijjiiru, akkasumas kaameeraadhaan suuraa kaasuun kallattiin barreeffama suuraa irratti hiikuu dandeenyu kanaa liinkii armaan gadii kanaa irraa buufachuun itti fayyadama.

          Appicha buufachuuf
                    👇👇👇  
https://mworld.mvacancy.com/translate-all-languages/


Makii Oro


Dambalii Jaalalaa dan repost
*Waa fuula keerraa ifaam
Akkuma biiftuu birraa
*Dirqamaan na booji'e
Bareedinni kee sirraa

*Eenyummaa kee hin qoranne
Siif bitamuu koon beekaa
*Eenyurra qoradharee
Anoo siif bitameetan
Ba'aaf gala kee eegaa

*Jalalli kee alanaa kun
Dhugumaan waanta jabduu
*Rakkoo kee isa na miiccus
Atoo quba naa qabduu
*Yaaduma kan kee qofaan
Qaatan ta'e an gaaddidduu

*Yeroon ijaan si arguu
Raata'een si ilaala
Dubbachuun naa mijatuu
*Wayiin dahadhee dhaaphee
Qaroon koollee hin libsatuu

*Kana biraa danda'ee
Eessaanin sitti haasa'aa
*Gubaa dirmannaa hin qabneenan
An waxalamaa ta'aa
*Karoorsees hin hojjedhu
Ofittis ta'ee ba'aa

*Namas biratti hin argu
Yeroo hunda kophaa deemtii
*Abeet miidhagina ishee
Dhiira jaalala hin beeknes
Laphee cabsitee seentii

*Gubbaa kaasee hanga goodaa
Rabbi uumaa kee bareechee
*Jaalala keen raatessee
Anas fayyaa na eelchee

💖♥️💚💯




Kaayyoof Jiraanna dan repost
SIN MARARFADHA

sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu

siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa

mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo

keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa

si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa

yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa

nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa

jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu

kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa

iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee




Mee barreefama kana keessaa lakkoofsi addaa isa meeqaatu jira nama akkaan ijji isaa qarootu arga. Addaan baasa me. Akkasumaas Badhaasni qophaa'ee jira debii Liinkii kana Jalatti Baresitu 👇👇👇
https://bit.ly/3JAIDTz
http://bit.ly/3ZIVf0b
http://bit.ly/3ZnbHmP


Namaa balbala onne kee rukkutuu hundaaf jarjartee hin baniin Sababnii isas namnii tokko tokko akkumaa jolletti balbala rukkutee figuu jalata wan ta'eef Liinkii kana tuquun kessan Nadubbisi ↘️⬇️⬇️
http://bit.ly/3ZIVf0b
http://bit.ly/3ZnbHmP


❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani ⬇️
http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b
http://bit.ly/3yX1Bhb


🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰

Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera.

Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu.
Liinkii Kana tuquun badhafamaa Liinkii affeerraa👇👇⬇️⬇️
http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b


Ani Nama Wa'ee Kiyya Naaf Tilmaamu 🤔 Hin Fedhu Waan Gaafachuu Barbaaddu Na Gaafadhu Siifiin Deebisaa 😏 Link kana Jalaan Nadubbisi 👍👇👇↘️⬇️⬇️
http://bit.ly/3ZIVf0b
http://bit.ly/3ZnbHmP




#Naaf #Hubadhu💕📤
Irkodhan siif tahaa
Me natti irkadhuu
Onnedhaan siif bana
Seeniitii qubadhuu
Garaadhan siif laafaa
Yaada koos hubadhuu
Heduun sijaaladhaa
Hedduu najaaladhuu
Harkaan siqabadhaa
Harka naqabadhuu
Ba,aa jaalalaatis
Nawaliin baadhadhu
❤️❤️💙💙💚💚💓💓
Yoomuu sittin aaruu
Sigorfachuu malee
Guyyuu sumaan yaadaa
Kaleerraas arrallee
Jaalallen siif tahaa
Nagodhu jaalallee
Jechiikoo kanumaa
Dhugaa isaa Dhugaa

Walaloo Jaalalaa Kan
biroo Link kana jala
Arkattu 👇👇👇👇
https://bit.ly/3Y0kdr5
http://bit.ly/3wg7fJN


Akka naannoo kessanitti Firiin kun Maal ja'ama Namni deebii sirri deebise badhasa qaba maqa wan kana fi lakkoofsa bilbilaa kee linki arman gadi kana tuquun jala Nuuf kayaa badhafama ↘️↘️👇👇
Asirratti Tuqii 👍👇👇👇
https://bit.ly/3JAIDTz
http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b


Oduu Ammee'
Guyyaan Deebii Qormaata Kutaa 12 Guyyaa Harraa Ifoomee
Ibsa Guyyaa Harraa ministerri Barnootaa baaseen barattoonni kutaa 12ffaa qabxi isaani Akka Gad lakifamu ifoomse jira qabxii kessan  lallachuuf link kana tuquun Lalladha ⬇️👇⬇️👇⬇️
http://bit.ly/3R5RBdC http://bit.ly/3Dil5ze https://bit.ly/3Y0kdr5


beysisa kana itti fayyadamaa Guyya Arraa badhasa baredaa Qopheysine Jirra badhasni kun Gafii fi deebiidha sagantan tun Gaafii jaalalaati Namni Gaafi Kana debise kardii abba birr 100 hanga 500 Ni Argattu Links kana tuquun Carraa keeysan mokkoraa Asirratti Tuqii 👇👇
http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b


Fuula baredaa qabachuu irra Amala baredaa qabachuu wayya Namoonni Amala baredaa qabdan Akka nadubbistanii yaada kiyya naaf hubattanin barbaada #link kana tuqun lakofsa bilbila kiya as jala fudhate SMS naf baresu ykn naf bilbilu ni dandeessu 👇👇⬇️⬇️💘
http://bit.ly/3ZnbHmP
http://bit.ly/3ZIVf0b
http://bit.ly/3yX1Bhb

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.