Baankiin biyyaalessaa reetii dhalaa ol kaasuun qaala’iinsa gabaa too’achuuf karoorfate
Qaala’iinsa gabaa jijjiirama imaammata diinagdee guddaa hordofee mudate furuuf bara 2024 keessa dhala liqii guddisu itti fufuuf karoorfachuu baankiin biyyaalessaa beeksise.
Baankichi ji’a Adoolessaa keessa dhala ijoo gara 15%tti ol kaasuun qaala’iinsa jireenyaa 29% ture gara 17.5%tti gadi buusee ture.
Bulchaan baankii biyyaalessaa Maammoo Mihratuu (PhD) marii Fandii Maallaqaa Addunyaa Waashingtanitti gaggeeffamerratti, “wanti salphifamu hin jiru,” jedheera. “Too’annoo imaammata maallaqaa kana of duraaf itti fufsiifna.”