Ortodoksii Tawaahidoo Tube


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha


Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan!
Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu!
Contact us :- @ortokoo_bot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Statistika
Postlar filtri


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii

«Nagaa ta'aa! Ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef!»

♥ Maqaawwan Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii
♥ Kitaabolee Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwiin barreesse
♥ Akka Kitaaba Qulqulluutti Yohaannis jedhamuun kan waamaman Qulqulloota meeqatu jira?
♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos

Seenaa ajaa'ibaa Qabsuura Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii irratti argamu, dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3C1Jbvl
https://bit.ly/3C1Jbvl


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan!

Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/yohaannis-cuuphaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/yohaannis-cuuphaa.html


Sirna Uumamaa

Kutaa 5ffaa

Uumamtoota guyyaa Kamisaa fi Jimaataa link kana tuquun dubbisaa!


https://bit.ly/3Q5yPU5
https://bit.ly/3Q5yPU5


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulluun Luqaas eenyudha?

♥ Wangeelli Luqaas akkamitti qo'atama? qabiyyeewwan isaa maal maali?
♥ Wangeela Luqaas Wangeelota kaanirraa kan adda isa taasisan maal maali?
♥ Wangeelli Luqaas fi Hojiin Duuka Bu'ootaa bara meeqa barreeffaman?
♥ Hojiin Duuka Bu'ootaa hoo qabiyyeen isaa maali?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3SEhF1y
🔗 https://bit.ly/3SEhF1y


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulluu Maarqoos Wangeelaawwii

♦ Qulqulluun Maarqoos Wangeelaawwiin eenyudha?

♦Wangeelli Qulqulluu Maarqoos osoo hunda dursee barreeffamee jiruu maalif lammaffaa irra ka'aame?

♦ Wangeelli Maarqoos eenyuuf barreeffame? Wangeelota kaanirraa maaliin adda ta'e?

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3JHk98v
🔗 https://bit.ly/3JHk98v


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Duuka Bu'aan Qulqulluun Maatewoos eenyudha?

♦ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Maatewoos
♦ Wangeelli Maatewoos yoom barreeffame?
♦ Qabiyyeen Wangeela Maatewoos maal maali? iddoo meeqatti qoodama?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! hiriyoota keessaniifis qoodaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3aX6Jpt
🔗 https://bit.ly/3aX6Jpt


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Hangafa Diyaaqonootaa Habiib Giyoorgis

«Bara Warqeetti Ilma Warqee»

Kutaa 3ffaa

Hundeffamuu Mana barumsaa Theology fi Manneen Barnootaa Dilbataa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Gibtsii ykn Koophxiitiif bu'uura guddaa kan kaa'e Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Habiib Giyoorgis eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!


👇👇👇

https://bit.ly/3LFHSYm
https://bit.ly/3LFHSYm


Hangafa Diyaaqonootaa Habiib Giyoorgis

Kutaa 2ffaa

Hundeffamuu Mana barumsaa Theology fi Manneen Barnootaa Dilbataa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Gibtsii ykn Koophxiitiif bu'uura guddaa kan kaa'e Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Habiib Giyoorgis eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!


👇👇👇

https://bit.ly/3gGeYca
https://bit.ly/3gGeYca


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Hangafa Diyaaqonootaa Habiib Giyoorgis

Kutaa 1ffaa

Hundeffamuu Mana barumsaa Theology fi Manneen Barnootaa Dilbataa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Gibtsii ykn Koophxiitiif bu'uura guddaa kan kaa'e Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Habiib Giyoorgis eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!


👇👇👇

https://bit.ly/3rv6lHT
https://bit.ly/3rv6lHT


Kitaaba Raajii Maariyaam

♥ Seenaa Kitaaba Raajii Maariyaam fi akkaataa dhufaatii fi walitti qabamuu isaa!

♥ Gaaffilee Kitaaba Raajii Maariyaam irratti ka'aaniif Deebii isaanii;

1. Dubroon Maariyaam Addunyaan osoo hin uumamiin akkamitti beekamte?
2. Raajii ishee kan dhageeffate akka Fooniifi Dhiiga isaa fudhateetti ta'aafii?
3. Uumamni hundinuu Dubroo Maariyaam galateeffachuuf uumamee?

Deebii isaanii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/4cfFOSM
🔗 https://bit.ly/4cfFOSM


𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭

Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Takla Haymaanoot nagaadhaan geessan!

🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐛𝐮'𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐬𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭
🌹 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚? 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐋𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐚𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3qFhlAO
🔗 https://bit.ly/3qFhlAO


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulleettii Kiristoos Samraa

Baga guyyaa yaadannoo haadha keenya Kiristoos Samraa nagaadhaan geessan!

👉 Haati keenya Qulqulleettiin Kiristoos Samraan eenyudha?
👉 Seenaa fi Qabsuura Qulqulleettii Kiristoos Samraa
👉 Ayyaanota yaadannoo Qulqulleettii Kiristoos Samraa

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qabsuura haadha keenya Qulqulleettii Kiristoos Samraa link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3wFUJUG
https://bit.ly/3wFUJUG


Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis nagaadhaan geessan!

✅ Hangafni Wareegamtootaa Qulqulluun Giyoorgis eenyudha?
✅ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Giyoorgis
✅ Qulqulluu Giyoorgis akka Mana Kiristaanaa Itoophiyaatti
✅ Gidiraawwan Qulqulluu Giyoorgis irra gahan
✅ Guyyoonni Yaadannoo Qulqulluu Giyoorgis meeqa? yoom yoomi?

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qulqulluu Giyoorgis link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/373sWDN
https://bit.ly/373sWDN


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kutaa 1ffa irraa kaasee hunduma isaa dubbisuuf link kanaa gadi jiran tuqaa!

Kutaa 1ffaa


https://bit.ly/4gkfXLJ
https://bit.ly/4gkfXLJ

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/40x7qiF
https://bit.ly/40x7qiF

Kutaa 3ffaa

https://bit.ly/3WFdMeG
https://bit.ly/3WFdMeG


Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kutaa 3ffaa

Baga guyyaa yaadannoo boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!

✓ Seenaa Boqonnaa fi Du'aa Ka'umsa Dubroo Maariyaam
✓ Waa'ee Boqonnaa fi Du'aa Ka'umsa Giiftii keenya Dubroo Maariyaam icciitii Kitaaba Qulqulluu keessatti
✓ Waa'ee Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Gaaffilee ka'aaniif Deebii isaanii
✓ Waa'ee Godaansa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam link kana tuquun dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/3WFdMeG
🔗 https://bit.ly/3WFdMeG


Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kutaa 2ffaa

Baga guyyaa yaadannoo boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!

• Waa'ee Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Dubbii Raajotaa
• Waa'ee Haadha Waaqayyoo Raajicha Daawwitiin
• Waa'ee Haadha Keenya Maariyaamii Raajicha Isaayyaasiin
• Haadha Waaqayyoo bara Kakuu Haaraatti

Kanneenii fi kan biroo link kana tuquun dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/40x7qiF
🔗 https://bit.ly/40x7qiF


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kutaa 1ffaa

Baga guyyaa yaadannoo boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!

• Waa'ee Dubbii Maariyaam
• Hiikoo maqaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
• Hidda Dhaloota Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
• Deessuu Waaqayyoo Fakkeenyaan bara Kakuu Moofaatti
• Deessuu Waaqayyoo fakkeenyaan Bara Seeraatti

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam link kana tuquun dubbisaa!


https://bit.ly/4gkfXLJ
https://bit.ly/4gkfXLJ


Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 6ffaa

Maalummaa fi hiikoo;

👉 Uffata Taabotaa
👉 Golga Mana Qulqullummaa
👉 Afaa Mana Qulqullummaa
👉 Gimjaa
👉 Mahaadarii fi k.k.f

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3RixYhs
https://bit.ly/3RixYhs


Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis nagaadhaan geessan!

✅ Hangafni Wareegamtootaa Qulqulluun Giyoorgis eenyudha?
✅ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Giyoorgis
✅ Qulqulluu Giyoorgis akka Mana Kiristaanaa Itoophiyaatti
✅ Gidiraawwan Qulqulluu Giyoorgis irra gahan
✅ Guyyoonni Yaadannoo Qulqulluu Giyoorgis meeqa? yoom yoomi?

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qulqulluu Giyoorgis link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/373sWDN
https://bit.ly/373sWDN

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.