π£. ππ πππππ ,πππππ
Gaafa Humni na bu'u
Hamileenkoo du'u
Keessa kootii kaatee
Anatti haasofta
Humna,Humna na buusu
Jecha keetiin dhoofta.
Na Goota,Goota
Isa natti naanna'ee
Naannoo kootii dutuu
Abiddakee narraatu
Anatti isa hin butu.
Fagootti,halaalatti
Siin narraa sodaatuu
Dhihaatanii jennaan
Ni baqu,ni yaa'u,ni ititu,in citu.
Kana waanan beekuuf
Kellaan Abiddaakee na marseeΒ akka jiru
Yoo namni Sodaatu
Rom'ee yoo kiriruu
Sodaa waan jedhamu
Keessakoo homtu hin jiru.
@Seenaa_Tube
Gaafa Humni na bu'u
Hamileenkoo du'u
Keessa kootii kaatee
Anatti haasofta
Humna,Humna na buusu
Jecha keetiin dhoofta.
Na Goota,Goota
Isa natti naanna'ee
Naannoo kootii dutuu
Abiddakee narraatu
Anatti isa hin butu.
Fagootti,halaalatti
Siin narraa sodaatuu
Dhihaatanii jennaan
Ni baqu,ni yaa'u,ni ititu,in citu.
Kana waanan beekuuf
Kellaan Abiddaakee na marseeΒ akka jiru
Yoo namni Sodaatu
Rom'ee yoo kiriruu
Sodaa waan jedhamu
Keessakoo homtu hin jiru.
@Seenaa_Tube