Postlar filtri

Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
ሲንቄ ባንክ የኦራክል ፕላቲኒየም ፓርትነር ከሆነው JMR Infotech የእውቅና ሽልማት አገኘ፡፡

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Jaalala, Arjummaa, fi Ittigaafatamummaa-mallattoolee DUBARTUMMAA!
===============

Dubartoota Kutaa Addunyaa Hunda Keessa Jirtan Hundaaf Guyyaa Dubartootaa Gaarii Hawwina

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Wadiah Zakat
Taateewwan baatiin Ramadaanaa ittiin beekamu keessaa tokko namoota harka qalleeyyii ta’aniif gargaarsa tasisuudha (Zakka’aa kennuu dha). Kanaafis, Siinqee IHSAN herreega qusannaa dhala irraa bilisa ta'e, ‘Wadiah Zakat’ isiniif qopheessee jira. Ji'a Ramadaanaa eebbifamaa akka dabarsitan isiniif hawwaa, damee Baankii Siinqee isinitti dhihoo jirutti herrega qusannaa dhala irraa bilisa ‘Wadiya Zakaa’ akka banattan isin yaadachiifna.
Jumaa Mubaarak!

ዋዲያህ ዘካት
የረመዳን ወር ከሚታወቅባቸው ክንዉኖች አንዱ ድሆችን መርዳት (ዘካ መስጠት) ነው። ለዘህም ሲንቄ እህሳን ‘ዋዲያህ ዘካት’ ከወለድ ነፃ የሆነ የቁጠባ ሒሳብ አገልግሎትን አዘጋጅቶሎታል፡፡ እርሶም መልካም የረመዳን ወር እንዲያሳልፉ እየተመኘን፣ በአቅራቢያዎ በሚገኘው የሲንቄ ባንክ ቅርንጫፍ የዋዲአ ዘካት ከወለድ ነፃ የቁጠባ አካውንት በመክፈተት እንዲጠቀሙ እያስታወስኖት

ጁምዓ ሙባረክ!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Baankiin Siinqee Teknooloojii Koor Baankiingii Ammayyaa Milkaa’inaan Hojiirra Oolchuun Beekkamtii Argate
=============================
Baankiin Siinqee teeknooloojii koor baankiingii ammayyaa kan ta’e ‘Oracle Flex Cube’ jedhamuun beekamu caaseffatee tajaajjila qulqullina faayinaansii cimsuuf faayidaa guddaa qabu milkaa’inaan hojiirra oolchuusaatiin beekkamtii argateera. Beekkamtichi guyyaa har’aa Gurraandhala 26 Bara 2017 waltajjii Finfinnee ,Hoteela Sharaatanitti qophaa’e irratti dhaabbanni JMR Infooteek Soluushin jedhamuun kan kenname yoo ta’u pirezidaantiin Baankii Siinqee Obbo Nawaay Magarsaa, bakka buutonni  dhaabbata JMR Infooteek Soluushin akkasumas bakka buutonni indaastirii baankii biyya keessaa waltajjicharratti hirmaataniiru.

ሲንቄ ባንክ ጂ.ኤም አር (JMR Infotech) ከተሰኘ የኦራክክል ኮር ባንኪንግ ቴክኖሎጂ ኩባኒያ ከፍተኛ የትግበራ የአፈጻጸም እውቅና ተሰጠው፡፡
=============================
ባንኩ ዛሬ የካቲት 27 ቀን 2017 ዓ.ም (JMR Infortech ከተሰኘው ኩባንያ ጋር በሸራተን አዲስ ሆቴል ሲፊ ውይይት ሲያደርግ የቆየ ሲሆን፣ ሌሎች የባንክ ኢንደስትሪው ተቋማት ተወካዮች በተገኙበት የኦራክል ፋይናንሺያል ስርዓትን በማጠናከር ህገወጥነትንና ሌሎች ከገንዘብ ጋር የተያያዙ ስጋተቶች ለመከላከል የሚያስችለውን የኦራክል ፍሌክስ ኩዩብ ኮር ባንኪንግ ቴክኖሎጂን በተሳካ ሁኔታ ተግባራዊ ማድረግ በመቻሉ ከፍተኛ እውቅና አጊኝቷል፡፡ 
የባንኩ ፕሬዝዳንት በመረሃ ግበሩ ላይ እንደተናገሩት፣ ባንኩና የቴክኖሎጂ ኩባንያው በትጋትና ፍጥነት በመስራት በአጭር ጊዜ ውስጥ ከ6 ሚሊዮን በላይ የሚሆኑ ደንበኞችን መረጃ ለማጥራት የቻሉ ሲሆን፣ ይህም የባንኩን አገልግሎት ጥራትና አስተማማኝነት የሚያረጋግጥ ነው፡፡

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

External Vacancy Announcement

1. Senior Procurement Officer II

Notice
• Registration Date: 7 (seven) Consecutive days after the vacancy announcement
• Only short listed candidates will be contacted.
• How to Apply: Interested applicants who meet the above requirements can submit their application letter online through https://vacancy.siinqeebank.com
• Contact Phone: +251115571135
• End Date- March 13, 2025

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Baga Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa Waggaa 129ffaa Nagaan Geessan!                                  

እንኳን ለ129ኛው የአድዋ ድል መታሰቢያ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

Happy 129th Adawa Victory Day!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

External Vacancy Announcement

1. Branch Manager-IV
2. Branch Manager-I
3. Branch Manager
4. Associate Architect-II
5. Senior credit information officer-I
6. Associate Contact Centre Representative Officer-I

Notice
• Terms of Employment: Permanent After Probation Period
• Registration Date: 7 (seven) Consecutive days after the vacancy announcement
• Only short listed candidates will be contacted.
• How to Apply: Interested applicants who meet the above requirements can submit their application letter online through https://vacancy.siinqeebank.com
• Contact Phone:+251254117958
• Contact Phone: +251115571135
• End Date- 08/03/2025

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

12 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.