Kooti jedheen malee
Yooman wallaale soba
Of argita jedheetan
Imimmaan narra rooba😭
Dugda hin dhungatani
Hunda hin dubbatani
Gu'aas hin elmatani
Du'aafis wabiin argatani💔
Utuun onnee siif laadhee
Sagal kufee siif cabuu
Garaan kee amma kana
Natti jabaachuu hin qabu!❤️🩹
Kolfaan si geggeessaa
Beenu dhaqi dhimmakee
Anaaf sin qoodneefuu
Faannikee sigigaate😭
@Sona_Official1
Yooman wallaale soba
Of argita jedheetan
Imimmaan narra rooba😭
Dugda hin dhungatani
Hunda hin dubbatani
Gu'aas hin elmatani
Du'aafis wabiin argatani💔
Utuun onnee siif laadhee
Sagal kufee siif cabuu
Garaan kee amma kana
Natti jabaachuu hin qabu!❤️🩹
Kolfaan si geggeessaa
Beenu dhaqi dhimmakee
Anaaf sin qoodneefuu
Faannikee sigigaate😭
@Sona_Official1