*KUTAA 3FFAA.*
*➡️5. Bu’aa Tajaajilaa / Gatii/*
1. Mana amanamaa. 1 Saamu 25/28
A/ Mana isa Waaqarraa.
B/ Mana lafaa irraa.
2. Garbicha amanamaa jedhamuu; Mat. 25;21-23 irratti kan argamu
- Garbicha amanamaa jedhamuuf: amanamummaadhaan tajaajiluu.
*➡️ 6. Tajaajilaa amanamaa*
1. Nama Waaqayyoof of kenne dha.
Sababni isaas of kenneera waan ta'eef, waan kiyya jedhee himu hin qabu. /Hojii Ergamootaa 9:6
Innis, "Gooftaa, maal akkan godhu barbaadda?" ; Gal. 2:20 "Egaa sichi Kristoos isa na keessaatu jiraata malee, anatu jiraata miti , jiraanya amma ani foonin jiraadhu immoo, ofii isaas dabarsee isa anaaf kennetti amanuudhaan nan jiraa dha."
Mat. 19:21 (6-21) *"Dhaqaatii waan qabdan gurguraa hiyyeessaaf kenni."*
Namichi kun garaa isaa Gooftaaf hin laanne.
Garaa isaa qabeenya isaatiif kenne
Garaan isaa qabeenya isaa irra jira
Kanaafidha Gooftaa duukaa bu’uu kan dadhabe.
2. Filannoon isaa yeroo hundumaa nama Waaqa ta'uu dha.
Iayaasuu . 24:15; Kes. 33:26 "Kan akka Waaqayyoo hin jiru."
3. Garaa addunyaa fi waan addunyaa kanarra jiru hunda irraa cite qaba.
Rom. 12:2 "Fakkeenya jireenya bara isa darbu kana duukaa hin bu’inaa! Jaalalli Waaqayyoo isa kam akka ta’e gargar baasudhaaf, yaada garaa keessanii haareffachuudhaan of diddiira!..."
Yai. 4:4-9 "Biyya lafaa irraa adda ba'aatii gara Waaqayyootti dhiyaadhaa".
Namni : Yeroo garaa isaa biyya lafaaf kennu hunda Waaqayyoo wajjin Wal lola.
Wantoota biyya lafaa garaa keenya keessa yeroo galchinu hundumaa Waaqayyoo wajjin wal lolaa jirra.
1 Qor. 7:31 "Warri biyya lafaatti dhimmi ba’an, akka warra itti dhimmi hin ba’inii yaa ta’an! Biyyi lafaa inni amma mul’atu kun in dhidhima.
4. Gooftaa Yesuus kan ilaalu dha.
↪️ Isa qofa fakkeenya kan godhatu ;
↪️ Kan isa dhaggeeffatu. Ibr. 12:2
↪️ Yesusiin ilaaludhaan amanamaa taʼuun ni dandaʼama. Nama ilaaluun amanamaa ta'uun hin danda'amu.
Fakkeenyaaf: (Nama dhokachuun cubbuu raawwata ta’a namni ) .
Gara Waaqayyoo ilaaludhaan amanamaa ta’uun ni danda’ama.
Fakkeenyaaf: Yooseef
↪️ Aati manaa mootii Phixifaara dhoksaatti akka ishee wajjin cisu yoo gaafatteyyu hinni nama gara waaqayyoo ilaalu waan ta’eef hojii ciggaasisaa kana hin hojjadhuu jedhee didee baqate
Yeroos namni argu hin turre Waaqayyo garuu ni arga.
5. Nama mirgaa fi faayidaa ofii gooftaa isaaf dhiise dha.
*Kiristaanummaan mirga qabaa?*
✝️1 Qor. 9:19 "Namoota hundumaa biratti birmaduu ta’ee utuman jiruu, caalaatti namoota buufachuudhaaf hundudumaaf garba of godheera."
↪️ Hundaaf nan bitama.
↪️ Mirga koo dhiiseen jira, .
↪️ Namoota biroof jedhee kan of dhiisee, kan of miidhe. Filp 2:5-8 Gooftaan gad of deebisee mirga isaa nuuf kenne.
Miila gooftaa hordofuu qabna. Roomaa, 8:29
↪️ Nuti akka isaa ta'uuf dursinee waan murteeffamneef isa fakkaachun nuuf ta’a.
*❖ Yeroo mana waaqayyoo tajaajillu:-* ➡️Waan hundumaatti amanamoo ta'uu qabna.
Mana keessatti, .
Gaa’ela keessatti, .
- Maallaqaan,
- Yeroo fayyadamuu dhaan ,
Itti gaafatamummaa keenya keessatti, .
Waaqayyoof, .
namaaf, .
Waldaa Krstaanaaf,
Biyyaaf amanamaa ta'uu qabna.
*Kutaa 4ffaan itti fufa....*
@Yerusaalem_Haaraa
@Kakuu_Studio
@Megertu_Dhugasaa
@tv_Lattuu