🌍 Hawaasa Humneessuu, Jireenya Jijjiiruu 💚
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Kottaa nu waliin imalaa yeroo jedhu, tajaajila baankiif qofa osoo hin taane, waadaa hawaasa jijjiiruu keessatti deggarsa caalmaa gochuuf ta'uusaa agarsiisuuni. Qaqqabummaa tajaajila faayinaansii hundumaan gahuurraa qabee, furmaatawwan faayinaansii haaraa dhiheessuun, mul’ata keessan galmaan gahuuf, baankiin keessan yeroo hunda isin cina jira. Kottaa waliin taanee hawaasa humneessinaa!
🌍 ማህበረሰብን ማብቃት ህይወትን መለወጥ 💚
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ኑ አብረውን ይጓዙ ሲል ጉዞዎ የባንክ አገልግሎት ብቻ ሳይሆን የብዙዎችን ህይወት የመቀየር የላቀ አጋርነት መሆኑን በመግለጽ ነዉ። የፋይናንስ ተደራሽነትን ለሁሉም ከማረጋገጥ ጀምሮ አዳዲስ የፋይናንስ መፍትሄዎችን እንካችሁ እስከማለት፣ ባንካችሁ የናንተን ራዕይ ለማሳካት ሁሌም ከጎናችሁ ነዉ። ኑ አብረን ማህበረሰብን እናብቃ!
#coopbank #empowering_communities #Ethiopia