Taphni X🚩 empire ji'oota 3'f ture har'a xumuramee jira! Xumuramuu isaa ilaalchisuun gareen x empire imala ji'a 3'f🕊turan keessatti wantoota raawwataman ibseera💠
🔺Tapha ji'a 3 keessatti $X tokens biiliyoona 483 qotameera (mined) godhameera
🔺baay'eenis tapha keessatti gubameera
🔺Namoonni miiliyoona 40 ol tapha X🪙 empire irratti hirmaataniiru
🔺ji'oota 3 darban keessatti gargaarsaaf urjiin (star⭐️) miiliyoona 116 ol sassaabameera
🔺taphni 🪙X empire miidiyaa hawaasaa YouTube 📹 irratti ilaalcha (view) 224,982,965 argateera
🔺namoonni tapha kana irratti hirmaantan 91% hiriyoota isaaniitiin kan affeeramanidha
🔸🔺🔸🔺🔸🔺🔸🔺🔸🔺🔸🔺
🚩milkaa'eeraa?
#cryptomiyaa #X_empire #success #crypto