Dhiifama
Karaa keessaa na gaafattanii "Course" akkan isiniif qopheessu kanin isin beeksise, hundumtuu dhiifama. Yeroo ammaa project haaraa yeroo fudhatu fudhannee waan jirruuf course dhiyeessuun nuuf hin mijanne. 😔
Kanaafu, Video Editing fi Graphic Design sirriitti kan barsiisan YouTube irraa waan jiraniif achirraa akka barattan isin jajjabeessa. Project kana xummurree yoo haala mijeeffanne afaan oromoodhaan Video Editing fi Graphic Design Basics qopheessuu dandeenya jennee amanna.
Fayyaa ta'aa! | @EphaStudio