Golgaa Casting


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: San’at


Hojiiwwan kanneen akka
- Viidiyoo Sirbaaf
- Taatummaa Fiilmiif
-Taatummaa Tiyaatiraaf
- Moodeelota dhiyeessuu fi kkf
Nu dubbisuuf @CastingAO_bot
Lakk. 0904728190 / 0929429853
I blog about marketing and sales
Buy ads: https://telega.io/c/golgaacasting

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


#JusticeforSalaalee
#JusticeforHorroguduruu
#JusticeforOromoo

Challenge accepted!


Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇




Diraamaa Tv Kitaaba irraa gara madaqfame kan mata dureen isaa "Fiqir Iska Maqaabir" jedhu Karaa dhaabbata Tv ETV'n kutaawwan jalqabaa muraasni tamsa'uu jalqabanii ajaja mana murtiin adda cituun isaa ni yaadatama.

Diraamaan Tv kun kutaawwan isaa tamsa'aniin fudhatama fi jaalala guddaa argatee turuun isaa ni yaadatama. Yeroo ammaa kana uggurri mana murtiin irratti darbee ture waan ka'eef guyyoota muraasa booda qilleensa irra ooluu ni jalqaba jedhameera. Kutaawwan jalqabaa afran YouTube ETV Badhannanaa irraa ni argattu.

Maddi:- ETV
@Fiilmiin








Teletv Irratti Gadhiifameera !✨

ፊናፍ ፊልም በቴሌቲቪ መተግበሪያ መታየት ጀምሯል !!

👉የቴሌቲቪ መተግበሪያን (Application) ለማውረድ  https://teletv.et/download

👉በድህረ-ገጽ https://www.teletv.et ላይ በመግባት መመዝገብ ይቻላል!      

#finnaaf #ፊናፍ #nowavailable #ቴሌቲቪ #teletv #Newethiopianmovie
@Fiilmiin




Abbaa Lataa Acting Academy dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Qof-dubbii Balaay Zallaqaa
Ay' Itoopiyaa

@AbbaaLataaActing


አሁኑኑ የቨርቿል ጨዋታዎቻችን ላይ ይወራረዱ ፣ ይዝናኑ፣






Guca Aartii dan repost
Wal - Dorgommii Fiilmii Gabaabaa

Qubee Communication Garee Fiilmii fi Tiyaatiraa waliin ta'uun Wal-dorgommii Fiilmii gabaabaa siniif qopheesseera. Fiilmii gabaabaa Daqiiqaa 10-20 dheeratu hojjachuun Wal-dorgommii kana irratti hirmaachuun ni danda'ama. Wal-dorgommii kanaaf Badhaasni hanga qarshii Kuma Dhibba Tokko (100,000) kan qophaa'e yemmuu ta'u, Namootni fedhii fi dandeettii isaa qabda martuu hirmaadhaan affeerraa keenya. Dabalataanis carraa hojii biroo kan siniif mijaa'u ta'a.

Namootni hirmaachuuf fedhii qabdan Lakkoofsa bilbilaa gadii irratti karaa Telegiraamii Maqaa fi Lakk. Bilbilaa keessan qofa erguun galmaa'u dandeessu. Guyyaan galmee Fulbaana 24/2017- Onkololeessaa 5/2017 tti.

+251972877777
t.me/Fiilmii_bot

Hub:- Ulaagaalee dorgommii dorgomtoota galmaa'aniif kan beeksisnu ta'a.
https://t.me/contact_qubee


Dhaabbata hojiiwwan Aartii hojjatu hordofuu warreen barbaaddaniif

https://t.me/contact_qubee


Guulaltota Suur Sagaleef (Editor)

Carraa hojii banaa namoota ogumnaa suur sagalee qindeessutii muuxannoo qabdan hundaaf. Namootni suur sagalee qindeessuu irratti muuxannoo qabdan Lakkoofsa Bilbilaa gadi jiruun bilbiluun galmaa'ufii odeeffannoo argachuu ni dandeessu.

Bayyina 4

Lakk. Bilbilaa 097 287 7777

#Share
@Golgaacasting


Casting Call

Hojii Siitkoomii hojjachaa jirruuf Taatoowwan haaraa hirmaachisuu barbaadna. Kanumaan wal qabatee namoonni Finfinnee fi naannawaa ishee jirtanii fi yeroo jedhametti argamuu dandeessan Suuraa keessan sirritti sin mul'isu, Maqaa Guutuu, Lakk Bilbilaa keesaan nuuf ergaa.

Saala - Dubara
Umurii - 25-30
Baayyina - 7


Namootni ulaagaa jedhame guuttaniifi Taatummaa irratti leenjii yookaan muuxannoo qabdan odeeffannoo keessan bot gadii irratti nuuf ergaa
@CastingAO_bot
@CastingAO_bot
@CastingAO_bot

#Share
@Golgaacasting


Walaloon Jaalala dan repost
Walaloowwan Ajaa'ibaan TikTiko irratti jaalatamummaa guddaa kan argate Abbaan Kitaaba Qooxii Haftee Baqqalaa karaa YouTube isaa waan haaraa nuuf fidee dhufaa jira. Subscribe gochaa screenshot isaa nuuf ergaa

👇👇👇👇👇👇

https://youtube.com/@hafte123?si=Ag9Yjqv6u7WMjw5W


Hojii Fiilmii Gabaabaaf Namoota ni barbaadna.

Saala:- Dhiira
Umurii:- 45ol
Baayyina:- 6

Saala:- Dubara
Umurii:- 45ol
Bqayyina:- 6

Suura, Maqaa, Lakkoofsa Bilbilaa fi bakka jireenyaa Teeleegiraamii @CastingAo_bot irratti nuuf erguun galmaa'aa!

#Share
@golgaacasting


Casting Call

Hojii Siitkoomii hojjachaa jirruuf Taatoowwan haaraa hirmaachisuu barbaadna. Kanumaan wal qabatee namoonni Finfinnee fi naannawaa ishee jirtanii fi yeroo jedhametti argamuu dandeessan Suuraa keessan sirritti sin mul'isu, Maqaa Guutuu, Lakk Bilbilaa keesaan nuuf ergaa.

Barbaadamtoota
Saala - Dhiira
Umurii - 25-35
Baayyina - 6

Saala - Dubara
Umurii - 25-30
Baayyina - 1

Saala - Dhiira
Umurii - 35-40
Baayyina - 1

Namootni ulaagaa jedhame guuttaniifi Taatummaa irratti leenjii yookaan muuxannoo qabdan odeeffannoo keessan bot gadii irratti nuuf ergaa
@CastingAO_bot
@CastingAO_bot
@CastingAO_bot

#Share
@Golgaacasting

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.